Torbaan tarte irraa jalqabe South Dakota haala soodicha keessa jirti akk biyyaati sababa Covid-19.
Guyyaa torbaa darbe keessati nama qabame 2,152 state gabaaste jirti, kunis nama 100,000 keessa 243 kan qaamuudha. Akka biyyaati harka 100 keessa harka irra gudaadha, akka gabaasa New York Times.
Kutaa Iowa keessati guyyaa har’aa namni haarawa corona virus qabame 600 yoo tau namni haarawa due immoo nama 9 dha.
Website corona virus kan Iowa guyyaa dhukubni kun jalqabe irraa kan gabaase ture yoo tau ammaa mana barumsaa Iowa wajjiin tauudhan gabaasa akkuma itti fufe jira.
Site irrati, IOWA COVID-19 Tracker, Sara Willette akka gabaasni isaa mullisuti barattooni baaye kan qabaman yoo tau namni dhibbaan lakkaawaman ammo adda baafamanii tauu jiru.
Lakkoofi kun kan state taan walitti qabamee miti, garuu Willette akka jedheti ummani beeku qaba akka miti virus kun hawaasa keessa babalachu jiru.
Guyyaa har’aa seaati 10 irrati, qabatamaan namni tokko mana barumsaa kan fidu, kara nama biraa kan dabarsan yoo tau fi sana booda kara mana kan fidan dha.
Willette mana barumsa keessati haala corona virus addaan baafachuudhaf State Education Association waliin hojachuu jira.
Akka isiin jetteti mana barumsaa baadiya keessa jiran corona virus barattooni akka qabaman gabaasuti akka jiran himte, kunis babalinna ummata keessati kan beekamne tauu nimala jette.
County Iowa keessa muraasni goggiinsaa keessa jirachuun, deparmentiin agriculture kan US guyyaa kamsaa dubbate.
Counties Iowa 40 torbaan 34 darban irraa amma haala gogiinsa keessa akka jiran himame akkaata gabaasa USDA ti. Waliigalatti, harki 82% ol gogiinssa keessa jiru akkaata gabaaa USDA ti. Lafti torbaan tarte gogiin kan jiru 6.5% kan ture amma harka lamaan dabaluudhan 14.65% taeera.