A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Talaalin corona virus dhaaf kenamu motuman federaala waada kan seene ture maali akka keessa xiqqaa a

Oromo News 12/17/2020

Talaalin corona virus dhaaf kenamu motuman federaala waada kan seene ture maali akka keessa xiqqaa argatu hin beekamne.

Garuu state seera dhukubicha xiqqeesuf karoora qabatee wayta deemuti namni 100 ol haarowni kan dueedha.

Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka guyaa harbaa akka himetti parrsantii 30% kan xiqqaatedha.

Gabaasni kan gadi dhiifamu kara state biraati akka jijjiiruf yaalamu jirus beekame jira. Agency botaa maalif akka xiqqaatu hin himne.

Iowa akka gabaaseti guyyaa kamsaa namni waliigalan haarawa due 197 akka tae gabaasan, waliigalatti namni due 3,451 gaheera. Waliigalatti dhukubichan kan qabame ammo 262,000 yoo tau nama 70 haarawa Woodbury County keessa dabalate. Waliigalatti Woodbury county keessati namni due 151 dha. Namni hospitaala kan jiru ammo torbaan lamaan darbe baaye kan guddate as namni amma jiru 59 dha. 

County wan Iowa 99 keessa afurtama keessati nmani corona virus qabame parsantii 15% ol dha.

North West Iowa keessati Ida County lakkoofsa namni qabamuun tokkofaa irra kan jirtu yoo taus innis parsantii 23% dha.

Woodbury county ammo parsantii 16.4% dha.

Ogeessi Nebraska yoo ayyaanaf warra isaani bal’aan wal arguu barbaadan akka jalqaba qorannoo corona virus akka godhan jajabeesu jira.

Ogeesi fayyaa state akka jedheti namoota wal gahuuf karoora qaban maraafu eegumsi dabalataa akka godhamus himan.

Torbaan lamaan darbe keessa, qorannoon guyyaa torba godhamu Nebraska keessati nama 1,800 irraa gara 1,200 guyyaa harbaa akkaxiqqaate jiru gabaasan

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content