A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

State lawmakers guyyaa har’aa gara Capital Iowa deebiani jiran. Barumsi, taxation, eegumsi filannoo

Oromo News 01/11/2021

State lawmakers guyyaa har’aa gara Capital Iowa deebiani jiran. Barumsi, taxation, eegumsi filannoo gubbaa irraa jiru kan bara 2021 Iowa legislature dhaafi namni 200 ol kan maaski hin godhanne argamanii turan.

Namootni dhibaatama keessa namni muraasa haguugi fuula osoo hin godhatin Capital Iowa har’a guutani jiru. Haguugi fuula kan morman yoo kan mormaniidha fi ogeeyyin fayyaa dhukubi akka hin baayane kan qarqaaru akka tae himanii turan.

Iowa warri ammatii puplic health akka himanitti haguugi fula alaatti godhachun akka qabamuufi yoo daqiiqa 15 ol walbira turaniile.

Garuu seera baastonni repaplikaana walgahii har’a Capital keessati walitti qabamanitti haguugi fuula godhachuu didan. Warii seeraa egaan 150 ta’an haguugi fuula male Statehouse walitti qabaman.

Iowa keessatti namni haarawa Covid-19 qabaman nama 511 yoo ta’an namni 11 ammoo duanii jiran. March irraa akka dhukubni jalqabame booda namni corona virus qabaman 300,000 yoo ta’an nmani duemmoo 4100 dha. 

Woodburry County keessati, seati 24 keessati namni haarawa qabame 27 dha.

Districtiin mana barumsa Sioux City barattoota January 4 fi 5 hafan wayta qoratu namni 28 corona virus akka qabaman himan.

Aanan mana barumsa torbaan lamaaf barums aonline dhaaf oofa jira, barattooni qixxeen isaani torbaan lama kan deeman yoo tau barattooni hafanis guyyaa lamaan deeman. Board mana barumsa Sioux City guyyaa har’a walagahii galgala kana kan qabaniidha karoora barumsaa fi waggaa hafeef kan murteesaniidha.

Oduun kan isiinif dhufuu kunni karaa warra Seaboard Triumph Foods kan Sioux City Iowa kessarrayii, hallaa gariidhan warra hawaasaa Siouxland baraa 2017 irra qarqaruu. Edeefannoo dabalataa yoo fetaan wa’ee Seaboard Triumph Foods maloo websayitii Sioux City Pork dot com sennaa lalaa.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content