A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

State Iowa odeefanno dabalataa waaye talaali corona virus irrati akka namni argatuuf guyyaa borii we

Oromo News 02/25/2021

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni  Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

State Iowa odeefanno dabalataa waaye talaali corona virus irrati akka namni argatuuf guyyaa borii website haarawa nibanu.

Haata’u malee, governor haasaha qaazexa guyyaa har’aa irrati akka haasawanni ammoon booda talaali corona virus dhaaf akka website www.vaccinate.iowa.gov irrati akka beelame qabachuun hin danda’amne himan.

Akkasumas state talaali dabalata jiraatota Iowa umriin isaani deemuf keenudhaf yaalu jiru. March 8 irraa jalqabee 211-call center akka banamuufi gaafi fi gargaarsa adda addaa akka kennuu jalqaban himani jiran.

South Dakota Gov. Kristi Neonmi abbaa seera state Iowa akka hojii isaa irraa bu’u dhiiba kan itti godhaa jirani dabalaa deema kan jiru yoo ta’u balaa diingata irrati qorannoon dabalataa akka dabalamuu gad dhiisudhaf waada akka galanii waada galani jiru barreesituun seera akka hojii irraa ariamtuu. Jason Raynsborg (rounds-burg) dhahuu september keessa naannawa baadiyatti nama dhahuudhan ajjeese jira. Noem akka jetteti qoranoo erga goote booda hojii isii gad dhiiftu himte jirti. Secretary public safety akka jedheti Raynsborg akka hojii irraa ari’uu barbaadu himee jira, sababni isaa ummata eegun barbaachisa akka tae himee jira.

Abbaan seera Iowa dargagootaf hin fayyada jedhani kan amanan nadaaji haaromfame hisaaba isaa senate agriculture commite irraa baasani jiran.

Gatii  namaa hin gallee Iowa nadaajidhan keessati bakka ethanol fi biodiesel-blended kan soqamu ta’a. garuu bakkeewan marattuu nadaaji tokko nadaaji biraa malee gurguramuu ni danda’ama. Warra chirchaarodhaf gibiri kan dheeratu ta’a.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content