A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

State Iowa guyyaa har’aa dabalataan sababa Covid-19 namni 15 du’uu gabaasan

Oromo News 10/22/20

State Iowa guyyaa har’aa dabalataan sababa Covid-19 namni 15 du’uu gabaasan, nama tokko Woodbury County keessa kajiru dabalatee, waliigalatti nama 90 gaheera.

Waliigalatti namni dabalataan har’aa qabame akka state guututi nama 1,400 dha jedhan.

Ogeessi fayyaa akka gabaaseti namni 530 hospitaala Iowa keessati sababa corona virus yaalamu jira, guyyaa harbaa namni hospitaala jira kara 535 guddatee jira.

Mani fayyaa Siouxland akka jedhetti hospitaali lama keessati nama 70 Covid-19 qabaman yaalamu jira.

Lakkoofsi nama sababa Covid-19 hospitaala kan jiran Nebraska keessati baaye olguddaataa deemu jira, harbaa akka himanitti waliigalati namni qabame 60,000 yo tau guyaa har’aa kan qabame 900 dha haarawa kan duemmoo nama 11 dha.

Namni 400 sababa Covid-19 hospitaala galee jira, guyyaa kaleessa nama 380 ture.

State qarqaarsa hospitaala fi waan barbaachisuf $40 million qarqaarsa kennite.

Filataamaan dimocratik qabxiidhan yeroo ammaati Iowa keessa bakka sadihiifi afur U.S house races keessati dursee deemu jira.

Akka warrii Monmouth University gad dhiise mullisutti filannoo mana maree Aanaa 2nd irra jira kan repuplikaan ammooo 4th irra jira Sioux land dwindling dabalatee.

Sunis waldorgomnii state Senator Randy Feenstra, kan ripaplikaanafi Democrtaik J.D. Scholten waliini.

Feenstra bulchaa irra kan jiru Steve King June keessa hin jifattee turte. Akkaa yaada ummani kenne mullisutti 48% fi 43% deema turan.

Bakkeen filanoo August keessa deebia, kuni garaagaruma point 10 Feenstra fi Scholten jiruu kan jiru mullisa.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content