A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Seaati 24 keessati Jiraattoni Iowa sababa Covid-19 namni 17 du’uu gabaasan

Seaati 24 keessati Jiraattoni Iowa sababa Covid-19 namni 17 du’uu gabaasan.waliigalatti virus Kanaan kan qabame ammo nama 600 dha.

Hanga dhukubni kun jalqabame namni waliigalatti due 1,485 gaheera kana keesa parsantin 50% long term facilities Iowa keessa kan jiraataniidha. Yeroo ammaati long-term facility keessa namni 58 kan jiruu dha, nama 13 kan Sioux land keessa jiru dabalatee.

Namoota dhukkuba Kanaan qabaman 463 hospitaala kan jiran yoo tau kankeessa namni 69 Sioux City hospitaala lama keessa kan argamaniidha.

Counties Iowa 16 keessati sadarakaa namni qabame guyyaa 14 keessatti parsanti 15% ol taree jira. Kunis mana barumsaa gara online kan deebisuudha. Sioux county jalqaba irra kan jirtu yoo tau parsantii 24% dha. waliigalati Counties Northwest Iowa jaha keessati parsantii 15% gaheera, Woodbury County dabalatee innis parsantii 15.3% dha.

Districtiin mana fayyaa Sioux land akka gabasetti namni haarawa corona virus qabame 30 yoo tau waliigalatti namni qabame 6,420 dha. Waliigalatti kan duemmoo 81 dha.

Dakota County keessati namni haarawa qabame 4 yoo tau waliiglatti namni qabame 2,425 dha. Waliigalatti namni duemmoo 44 dha.

Union County keessati ammo namni waliigalatti qabame 522 yoo tau kan duemmoo 10 dha.

Lakkoofsi barattoota fi hojattoota College Morningside keessati namni Covid-19 qabamu gad xiqqaate jira.barattoota fi hojattoota October 5 irraa jalqabe hanga October 11 namni qabame 5 qofa. Kunis nama turban san dura qabameera harka qixxee oliin xiqqaate jira. Namni 22 ammati adda baafame taau jira. Tarbaan darbe keessa nama 90 ture. College Morningside yeroo hundaa kibxata kan gabaasudha.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content