A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Se’aati 24 keessati sababa Covid-19 Iowa keessati namni 11 dabalataan du’an

  Se’aati 24 keessati sababa Covid-19 Iowa keessati namni 11 dabalataan du’an. Akka gabaasa Deparmantii ana fayya Iowa tti namni haarawa qabame 500 ol dha. manni fayyaa Sioux land Woodbury County keessati namni lama du’uu gabaasan akkasuman name qabames baayedha. 

Akka dhukkubni jalqabe nama 73 ka da’e yoo ta’u, namni qabame ammo 6,000 ol dha Woodbury County keessati. Namni dua laaman nama dhiira umrii 80 fi dhiira biraa umri 61-80 jiddu jiruudha. Namni qabame parsantii 15% tare jira kunis barumsa kan online deebisuudha.

Namni dhukuba Kanaan qaban baayata dhufuu akka jiran himuudhan, ogeeyin university Briar Cliff guyyaa har’a akka jedhaniti hojibulmaata Covid-19 bifaa booraa irra gara burtukaanama akka deebisan himan, kunis barumnsa waliraa fagooti barachuu jechuudha.

Gabaasni university akka ibsuti ejannoon isaan fudhataa jiran akeekachiisa madaalu County keessati case kun kan guddata jiruufi garuu barattoota fi barsiisota mana barumsa Briar Cliff hagam akka qabaman hin himne.

Gabaasni Covid-19 kan college Morningside akka ibsutto turban darbe irraa turban kana akka xiqqaate jiru himan.barattoota fi hojattoota dabalatee namni haarawa qabame 13 dha. Torbaan darbe keesamo namni qabame 34 ture. Nama 135 yeroof addaan baafamani kan taa’a jiraniidha.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content