A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Sababa Covid-19 namni hospitaala galu Iowa keessati guyyaan akkuma dabalaa deemu jira

Sababa Covid-19 namni hospitaala galu Iowa keessati guyyaan akkuma dabalaa deemu jira.

Akka biyyati guututi namni hospitaala galee jiru 473 dha, namni 63 kan hospitaala Sioux City keessa jiru dabalatee.

President fi CEO kan UnityOint fayyaa akka jedhetti torbaan lammaa isaati dhukkubsattota baaye akka jiru dubate, akka mana barumsaa baname irraa. Dhukubichi doktoraataf, narsiidhanii fi hojattoota achi keessatif baaye ulfaate jedhan, garuu August qixxee keesa namni lama qofa yaalun iraftii xiqqo argatanii turan.

Yeroo qufaa dhufu kana irrati sodaachisa kan jiru yoo tau namni haguugi  fuula godhatani akka fudhatan himan.

Official Nebraska akka jedheti ayyaani halawiina kun nama corona virus qabame akka hospitaala baayatu nitaasisa jiran. Gov. Pete Ricketts akka jetteti ijoolen ammas trick-or-treating akka deemu danda’an himan garuu ummani ufiii isaaniti kennuu irra akka karameela barrii ufiirra kaahanif himan. Ricketts, waan taeef seera corona virus baaye kan dhoogef, halawiinaf ammo seera haarawa nibaasa jedhame hin yaadamu, garuu seera ogeeyyin fayyaa jedhan kan aada trick-or-treating akka jala deemamu hime.

Balaliin yeroo jalqabaa Denver irraa gara Sioux City deemu waggaa baaye booda guyyaa haar’aa Sioux Gateway Airports seaati booda buee jira. Barariin United Airlines kan SkyWest akka lafa gahu naanawa 4:30 akka karoorse ture himan. Eebba mana har’a ajajtoota magaala wajiin har’a godhamee ture. Asiin dura sagantaan kun xiyyaara kun qophaahe Sioux City irraaa wayta birraa 2014kan keessa.

Auditor Woodbury County fi commisionar filannoo Pat Gill akka himetti website filannoon haarawa kana https://elections:woodburycountyiowa.gov dha.

Gill akka jedhetti website kun informetiona filannoo akka argatan, filannoof akka galmaahan, fi haala filannoon itti deemu beekuf baaye nama qarqaara jedhan. Website Woodbury County irratis kan argamu ta’u mala.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content