A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Sa’ati 24 kan hanga 10 a.m tti deparmantiin mana fayyaa Iowa gabaaseti namni sababa Covid-19 haarawa

Oromo News12/21/20

Sa’ati 24 kan hanga 10 a.m tti deparmantiin mana fayyaa Iowa gabaaseti namni sababa Covid-19 haarawa due akka hin jirre hima. Jirattoni Iowa 600 ammoo haarawa coronavirus qabamani jiran.

Waliigalatti akka dhukubni kun jalqabe namni 3,600 du’ani jiru. Woodbury County keessati nama lama har’a due haarawa dabalate, waliigalatti namni Woodbury county keessati due 159 yoo tau kan har’a haarawa qabame ammo 25 dha.

Guyyaa namni haarawa Iowa keessati due lakkoofsa dabalame hin jiru, guyyaa sanabata ogeeyyin fayyaa nama due 138 akka ture himanii jiru.

Akka jarri jetteti namni tokko wayta due fi wayta gabaafame addaan turiiti akka qabu himan. Torbaan darban keessa, Iowa akka gabaasseti guyyaa tokkoti averijiidhan namni 46 akka du’u himan.

Lakkoofsidarbe sirraaha akkuma dhufu jirutti Nebraska keessati guyyaa Sunday namni hospitaala jiru 600 gad akka tae gabaasan.

Lakkoosi kunis akkuma gad xiqqaata dhufu jirutti jira akka ji’oota darbe namni 1000 lakkaawame booda. Garuu, lakoofsi isaa wayta October 1st irraa 2.5 ol guddatee jira.

Ammati, sireedhan hospitaala parsantiin 14% dhukubsattoota corona virus dhaan qabaanii jiru. Lakkoofsi kunis torbaan kanin keessati parsantii 15% gad yoo kan tau seerri virus dhaaf kaahame akka xiqqaatu himan.

Lakkoofsi namoota Covid-19 qabaman South Dakota keessati namni qabamu torbaan lamaan kana keessa gad xiqqaachu jalqabame jira akka biyyaatile, haa tau malee state keessati namni due akkuma guddate jiru jira.

State nama haarawa guyyaa har’aa duan 20 gabaasani jiran waliigalatti namni due 1,381 gaheera,nama 30 Union County keessa dabalatee.  

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content