A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Qooppin July 4 assanbata barra 30ffa isaa magaala Sioux city parkiti qophaayu sababa coronavirus

Qooppin July 4 assanbata barra 30ffa isaa magaala Sioux city parkiti qophaayu sababa coronavirus tursiifame. Oduu conference har’a online irratti qopheesan SITP Dave Bernstain akka himeti guyyaa jarri August fi September irrati gochuuf ammaaf laalu jiran. 

 

Bernstein akka jedheti July 4 ammaaraa kan hafu torbaan 7 qofaa kan hafeefi murti qajeela murteesu jira jedhe. Akka inni jedheti qophiin kun baay’e askalaahe wan jiruuf duubasisiine yoo akkuma qaraati dhisnee sababa dhukuba kanaa qophin kun hafuu nimala. 

 

Amas akka jedhetti hireen qophii qana godhachuu kaa dandenu 50/50 murtii kana murteesun baaye ulfaata ture. 

 

Manni fayyaa Dakota County sababa covid-19 namni 4 har’a Dakota county keessatti du’uu gabaasan. Waliigalatti nama miidhan irra gahe 11 fi 26 kan du’eedha. Magaala Dakota county keessati namni haarawa coronavirus qabame 37 fi Woodbury county keessati 35 dha. Magaala lamaan kan keesati waliigalatti namni qabame 3,600 gahee jira. 

 

Manni fayyaa Iowa akka gabaaseti sababa covid-19 namni baaye du’uu himan, waliigalati namni state keessatti du’ee 318 gaahee jira. 

Guyyaa kamsa, governor Kim Reynolds akka jeteti qulqulina laboratory sababa testiowa qorannoo adda addaa akka godhaan himame. 

 

Warri state Iowa qorannoo 500,000 gochuuf fi manna fayya Utah Nomi dhaf $26 million kafalan. Reynolds akka jetteti kafaltin kafalames turban 3 duraa TestIowa akka jalqabe nama 400,000 irratti qorannon hin goona jedhanirru. 

Nama 4,300 qoranon godhamee jira. Governor Kim guyyati dabalatan nama 3000 irrati test hin goona jedhaniin. 

 

Magaala Sioux city fi Denison keessati qorrano 8 drive-thru irratti godhame jira. Kan biraati sanbata storm lake irrati banuudhaf yaada qabu. 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content