A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Qondaaltota manya fayyaa akka himetti dhukuba covid-19 haarawa qabamuun magaala Woodbury county

Qondaaltota manya fayyaa akka himetti dhukuba covid-19 haarawa qabamuun magaala Woodbury county keessatti gad xiqqaatatuma dhufu jira.  

Itti aanan manna fayyaa Sioux land akka jedhetti ummanni akkuma stateni banamaa deemuun seeran uf eegu qaban jedhe. Guyyaa har’a guyyaa yeroo jalqaba manni nyaata fi mani dhugaati harka 100% banameedha. Dabalataan, northwest Iowa kessatti dhukubnii baay’acha deemu jira.

Kanaafu, guyyaa har’a du’a nama umrii jiddu galeesa dabalate namni covid-19 county keessatti du’ee 39 gaheera. Dabalataan namni qabame 13 yoo ta’u walii galatti nama 3,000 gaheera.

Parkiidhanii fi bakkeen bohaarti Sioux City keessatti argamu gariin baname jira. Kunis bakka I joolen itti taphaatan fi kubbaa harkka kan Jum’aa dhuftu ummataaf banamu dabalateeti. Bakka barumsa daaki, bakka daaki lap fi bakki dendeeti qaama June 22nd banamu. bakka daakii amoo ajajtooni magaala July keessa akka banamu ammas mariira jiru.

Governor Iowa Kim Reynolds historic legislation irratti malatoo seera magaala Des Moines malatteesaniru. Seeri haarawni gaafidhan hiriira nagaha irratti gaafatame, mirga dhibaa qurachaa kan deebisu turee. Kunis kan ufkeesa qabatu nama hudhani qabuu fi akka poolisooni bakka dalagaati rakkina uf hin galchine

Magaala muraasa keessatti lollii kan uumu namni basaa keessatti waal guranii deemu jedhan uduudhan kijiba. Yeroo kaluu kanati Iowa dabalate social media irratti babal’ate jira. Organization mediadhan nama haasawe baay’eera gahe jiiru.

Waan uumameef raagaan qabatame jiraachu baatus, bakka suuqi Iowa muraasa keessatti mukkan dhahatanii akka maxxanfamu godhamera.

Facebookini balleesa kan nama ufiirra fudhatee irraa cufane, garuu hosoynii kijibaale ittifuffuu jira.

Fillanno addattif jimata kana bakka filannii 7 akka banamu July 7 irra commissioner Woodbury county himan. Sababa covid-19 filannoo qara April 14 dheerate jira.

Ajajatooni Plymouth county Fair LeMars keessattis qophiin akka cuffamu filattan. Haalli seera hunda bulchuudhaf fi nageenya nama hunda guutu dhaaf jedhe hojjattoota 24 qofaa kan dalaysiisuf akka itti ulfaata facebook irratti himan.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content