A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Pirasdantii filame Joe Biden Gov. Iowa duraani Tom Vilsack yeroo lammaatif U.S Agriculture Secretary

Oromo News 12/10/2020

Pirasdantii filame Joe Biden Gov. Iowa duraani Tom Vilsack yeroo lammaatif U.S Agriculture Secretary dhaaf shuume.

Vilsack yeroo bulchiinsa Obama san waggaa saddeet dhaaf Agriculture Secrtary taee dalagaa ture akkasumas deegara paarti jaraati.

Manni fayyaa umattaa kan Iowa nama haarawa corona virus due 99 dabalamuu isaa gabaase, waliigalagtti akka state namni due 3,120 gaheera. State torbaan kana akkaata seera ittiin lakkaahan kan jijjiire dha torbaanuma kana keessa namni 399 kan dabaleedha.

Namni haarawa qabame 2,246 kan tau yoo tau, waliigalatti namni qabame 250,000 dha. Haatau male, namni hospitaala galuufi haarawa qabama dhufu xiqqaatu jira. Ogeessi seeras Thanks giving booda kan jijjiiru akka taes abdii qabu. Wanti nama yaadechus ayyaana ganaa fi bara haarawa tauu akka qabu himan.

Manni fayyaa Siouxland akka gabaaseti seaati 24 keessati namni haarawa corona virus qabame 107 dabalamuun gabaafame. Woodbury County keessati babalinni corona virus akkuma gudattaa deemu jira.
Manni fayyaa siouxland MercOne fi UnityPoint Health-St. Luke’s Covid-19 irrati qarqaarsa dabalataa busniss community gaafatan. Manni fayyaa hojattooni busnissa hunduu haguugi fuula godhachuun akka qarqaaran himan.

UnityPoint har’a akka jedheti guyyaa har’a hojattoota isaatif kafalti xiqqaa kan kafalamuf kara $15 seeatin akka kenamu himan. Kafaltiin kun kan dabalame hojii irra kan oolu January irraayi. Hojattooni mannen keesa dalagu, kan nyaata dalagan, narsoota fi seera clinical kan qarqaaran fayadamaa kan ta’aniidha.
Sababa corona virus murtii Cristhian Bahena Rivera gara jia itti aantu dabarsanii jiru.

Bahena Rivera bara 2018 keessati barata university Iowa Mollie Tibbets ajjeeste jedhe kan hidhameedha.
Murtiin January 25th Scott County Corthouse  kan jalqabamu jedhe kan fudhatame tura garuu amma gara May 17th siisame jira.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content