A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News: 11.16.20

Oromo News 11/16/20

Governor Kim Reynolds guyyaa har’aa se’aati 6: 05 irraa waa’e Covid-19 jiraattota Iowa dhaan live dhaan kan ibsu ta’a. oduu biro isaati baate akka jettuti beeysisni kunis akka Covid-19 toohatamuuf tarkaanfi fudhatamuufi Waa’e jiraattota Iowa virus ufirraa eegan barachuudhaf kan godhu ta’a.

Haasoyni kunis Sioux land Public Media irra tiifi Iowa PBS kan taru ta’a. Dura bu’aan university Iowa akka jedheti bakka buutota barattoota, barsiisotaa fi hojattoota boordi Iowa gaafate, governor public University akka Gov. Kim Reynolds Covid-19 irrati tarkaan fi dabalataa fudhatuuf.

Barsiisonni State keessa baayiinan manni barumsa osoo hayyama Iowa education irraayu hin argatin hanga dhukubni kun gad deebi’utti akka barumsi online irrati deebiu gaafatan.

Aanan dhan mana barumsaa 40 ol ta’an Iowa department education irraa akka baruma online deebisuf yaadu jiran himan. Baayiinni jaraa hojattoota dhabura kan rakkatan yoo tau akkasumas basaa ijolee fudhuu hinjiru sababa hojattooni baayen yeroo amma bakka adda baafamani taa’u waan jiranif.

Woodbury County keessati namni dabalata sababa Covid-19 duanii jiru kunis waliigalatti namna due 108 akka gahee gabaasan.

Guyyaa har’aa, deparmantiin mana fayyaa Sioux land namni sadi dabalataan akka due gabaasan. Marti jaraatu nama dhiira umriin 61-80 keessa jiraniidha, namni haarawa qabame ammo 142 dha.

Woodbury County nama virus qabame 9,000 ol qabdi, akkaata gabaasa state tti. Dakota County keesatti nama 62 haarawa qabame, kunis waliigalatti nama qabame gara 2,926 fida. Waliigaltti namni duemmoo 49 dha.

Dhukkubsattooni Covid-19 namni 92 hospitaala MercyOne fi Unity Point keessati yaalamu jira, akkaata gabaasa mana fayyaa Iowati. Kunis guyyaa kaleessa kan taruudha. Namni 66 sababa Covid-19 kan jiraniidha. Namootin biraa ammo 26 virus alalatti sababa dhukkuba biraatti kanjiraniidha.

Akka biyyati Iowa guututti nama 1,400 ol kan hospitaala jiruudha.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content