A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 07.15.21

Oromo News 07/15/2021

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Ogeeyyonni Akka jedhanitti jidduu Iowa fi eastern Iowa keessati bubbee uumamen namni miidhame akka hin jirre gabaasan, garuu baayen bubbeedhan kan miidhame kan akka fooqidhan karaa irraa , mukkiini, fi makiidhan gargaltee argani jiran. National weather service akka jedhanitti bubbeen kun guyyaa kaleesa seaati booda gara galgalaa bakka baadiyaati fi bakka namni hin jirreeti akka tae himan.

Gara South Dakota kan fiduu karaa deemu kan jiran jiraattoni Iowa har’a galgala magaala Sioux City  keessati kan dhaabatan ta’a.  Native American kan ta’an south Dakota keesati gara lafa gosa isaanitti wayta deebian gareen askireen geggeesuf qarqaaru iran.

Miseensi kan Rosebud Sioux Tribe Pennsylvania keessati mana barumsa Carlisle Indian nitti ijoole sagal kan badaniif gara biyya isaani deebiuu jiruu. Dhalattoonin Iowa garee gosoo walitti deebisuu fi rabbiin kadhachuu bakka yaadanitti guyyaa har’a Tama fi Sioux City keessati dhaabachuu murteesani jiran. Garee Sioux City dhaan halkan har’aa 8;00 bakka parkii War Eagle jedhamu rabiin kan kadhatan ta’a.

Northeast qaccee Nebraska keessa kan jiran ogeeyyoni manneen barumsa naanicha keessati filannoo ballots kan godhame irrati sagalee himu jira, sagalee tokko kan qophaahe fi kan mormuu erga addaan baadan booda. Norfolk Daily News akka gabaasanitti hojattooni filannoo Cedar County filannoo kibxata godhamuun kan Laurel-Concord-Coleridge mana public school waaye filannoo booda irrati qarqaarudhan waraqata 596  wayta deegaran yoo tau wayta lakkaahan 595 tauu irrati mormanii jiru. Irra deebiame guyyaa harbaa lakkaawame ture.

Nebraska-Lincon bara 2021 bakka qonnaa Nebraska Real Estate Market Survey qorannoo gabaaya irrati godheen gabaasa akka mulisetti Nebraska keessati lafto qotan waggaa kana keessa harka 6% olgudatte ira.biyyati keessati lafti ag land tokko $2,895 akka tae himan, garuu state keessati bakka adda addaati gara gara.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content
  • Oromo News 07/14/2021Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.Barataa University Iowa Mollie Tibbetts…