A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 07.12.21

Oromo News 07/12/2021

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

State Siouxland sadihii keessa bulchitooni  kan walitti qabaman guyyaa isaani kan dabarsan magaala Sioux City keessa kan argamu bakka conference Marriott irrati argamanii jiru.

Siouxland Chamber ka commerce qophaahe sun biyyati keesati hir’innaa hojattoota dhabuu irra ture.

Waliigalteen jidduu Iowa fi Texas godhamee Iowa dinbaraa Mexico irrati badiin dhooguf wattaa dalaagtoota mootumaf fi meesha jaraa “no cost to texas” qarqaaru irra jiran.

Lugaan haga fedhee jiraatus, dubattaan Iowa Governor Kim Reynolds akka jedhetti ergama isaa erga geese booda Texa baasi isaani kadhuma walitti qabuun amma akka tae himan.

Official Iowa akka jedhetti Iowa keessati waggaa kana hanga hiyyuma 25 hanga 30 hojattooni jia kana torbaan lama ergama himuudhaf akka ergama himan.

Kuni kanumaan osoo jiru, bulchaan Nebraska Pete rickets dinbaraa America fi Mexico jiduutti wattaa dara State 15 irraa dhufe hanga torbaan lama akka tursiisu himan.

Naannawa Morningside mana argamuu keessati qawwee banamee isaa irrati mucaa xiqqaa ture akka badii qaba jedhee mormuu abukaatn isaa dhiiba irrati akka godhe himan. Umrii 18 kan tae Anthony Bauer umrii 18 kan taate Mia Kristis gaafa ayyaana bara haarawa irrati ajjeesudhan murteen 2nd defree murderkan irrati murtaahe san kaasu akka barbaadu hime. Waliigalteen plea wagaa 50 isaa keessa waggaa 35 serve gochu akka qabu himan.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content
  • Oromo News 07/08/2021Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.Doctor tokkofoon University kan…