A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 07.07.21

Oromo News 07/07/2021

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Lakkoofsi jiraattota Iowa sababa Covid19 hospitaala jiran akka gad xiqqaate himan, haatau malee lakkofsi waggaa darbeen wal bira kalaahus ga xiqqaate jira. Hospitala keessati baayate kan dhufe deltavariant gosa corona virus Iowa keessati baayachu akka deemu maluu himan.  

Deparment mana fayyaa Iowa akka jedhanitti sababa coronavirus namni hospitaala yaalamu jiruu nama 85 dha, torbaan lama dura nama 50 dhaankan tureedha

Guyyaa har’aa irraa jalqabee ogeessi fayyaa waaye coronavirus irrati daatan inni gabaasu akka jijjiirame himan. Nebraska torbaan darbee keessa jijjiirani jiran. Ogeessi akka jedhetti waae coronavirus website irrati torbaan dhuftuu harbaa akka jijjiiran himan.Kana duraa guyyati yeroo baaye jijiirani jiran. 

Obboleessa xiqqaa isaa kan ajjeese osoo hin beekin dingata bakka Iowa amusement ride jedhamuti waggaa isaa 16  kan guutedha. David Jaramillo accidnt guyyaa sanbataa bakka RagingRiverride Adventureland irra gahee booda coma irra turee BlankChildren’sHospital kan yaalamu jiru akka tae himan. 

Barattoota beekumsa qabaniifi warra Smithdield dalaguu kan irkataniif University gurguddaa lama kan SouthDakotaCounty keessati argamutti scholarship kennuu jirani. 

Programni scholarship kan Smithdield foodkun ijoolle kan qualified godhuudha akkasumas hojattoota Smithfield keesati kan argamanii kan kennamu yoo tau University itti kenamus South Dakota fi south Dakota State University akka tae himan. 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content
  • Oromo News 07/06/2021Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.Bulchitoonni naannicha torbaan kana dhuma…