A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 06.29.21

Oromo News 06/29/2021

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Ganama har’aa DakotaCity keessati baaburri walitti bu’uunsa isaa himame.Locomotive lamaa fi makiina sadihii tarck keessa bahanii jirani erga baaburri dhahe booda. Namni miidhame hin jiru. 

Seera WoodburyCounty kan haarawa kan seera murteessan lafa irrati September 15th akka tae himan. 

Walgahiin kaleessa boordi walgahee turee irrati ijaarasi irrati wilii waliin faramanii jiraachu himan.  

Bakkee irrati hojii badaa August jalqaba irrati hin dhumata jedhamee kan yaadamuyoo tau project doolara million $58 kan fixuu kun dhumachuuf jia 20 kan fixuu akka tae hime.

SiouxCity schoolboard filannoo nama adda addaatin Superintedent Paul Gausman’s contract akka iitu fufuu himani jiru. Kafaltiin Gausman’s gara $249,000 iti kan tauudha. Contract kunis kan deemu bara 2022-2023 bara school kan turuudha. 

 Iowa keessati qawween qallaalin akka bitamuu fi silxanaa malee yookin hayyama nama fulduratti qabachuu nama dhahuun baayachu isaa akka  dabalee himani jiru. 

 Deparmantiin mana fayyaa Iowa guyyaa kibxata akka gabaaseti bara 2020 keessa namni sababa qawwedhan ajjeefame nama 353 akka tae himan, bara 2019 iraa harka 23% dabalee jira. Barakana keessa firearm dhaan namni duee 85 yoo tau harka 80% dabalee jira. Nama ajjeesun harka afur irraa harka sadii qawwedhan kan duan akka tae himan. 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content
  • Oromo News 06/28/2021Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.Governor Pete Ricketts seera Covid-19 kan…