A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 06.28.21

Oromo News 06/28/2021

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Governor Pete Ricketts seera Covid-19 kan emergencyNebraska keessa haqee jira. 

Waggaa darbee March13th kan jalqabe ture. Seera baayinnan isaa jiea dhuma kan irrati kan kasutuu akka tae himan. 

Ricketts akka jedhetti namni amma hospitaala keessati yaalama jiru akka state nama 27 qofa waan taeef akkuma normal qaraati deebiu akka qabamus hime. 

Dhukuba kanna hir’isuuf namni talaali akka fudhuchaa qabu yaadachiisani jiran. 

Program yaali Nebraska July 31th kan sutu yoo tau guyyaa dhuma yaali July 18th akka taes himani jirani. 

Ricketts akka jedheti virus kan hir’isuu akka homaa gochuu hin dandeenefi namni hospitala yaalamu hir’isuu yaalame akka jiru himan. 

July dhuma irrati seera fediral haquu isaatin kumaataman warra lakkaahaman warra kiraa guuru ariamuun ni danda’aan jedhuun sodaa akka qaban himan. 

Nebraska December keessa pakeji qarqaarsa coronavirus kan godhame manneen kiraa baaye fi kaffallii takka takka akka godhamuuf gara $200million akka kenname himan. Abukaaton seera kan qarqaarsa gama isaati namni qaee ufii irraa buqauunsakan baayate akka tae mullisa garuu maal akka tae hin beekamne. 

Warri daddafiin qarqaarsa yoo kan argachuu danda’anii qaee ufii irraa buqauun akka hir’achuu danda’an. 

Deparmantin mana fayyaa Iowa namni amati akka state guututi hospitaala jiran nama 67 akka tae himan, Iowa keessati namni haarawa qabame 43 dha.Woodbury County keessati ammo torbaan tokko keessati namni qabame nama 7 dha. Qorannoo bultii 14 keessati godhame 1% takka yoo tau, qixxeen state ammoo 2 % dha. 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content
  • Oromo News 06/24/2021Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.Guyyaa har’aa Governor Kim Reynonlds akka…