A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 06.24.21

Oromo News 06/24/2021

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Guyyaa har’aa Governor Kim Reynonlds akka gabaastetti warra  police fi mirga eeydota  boordari  U.S Southern erguu jirani akkasuma eeydata boordara sababa kana godhaniis sababa Governor Taxes Greg Abbot fi kan Arizone Doug Duccey waan gaafataniifi emergency dhaaf. Reynolds akka jetteti drug baayachuu fi dirqiin kan nama hatan fi violent crime hir’isuu waan dadhabaniif.

Ummani haala rakkisaa keesan bahan yookin miidha Catholic Iowa akka har’a haasawa godhanitti abukaato walii gala kan isaani erga investigation hime. Netorkin ummata miidhama irraa hafe namicha qeysii church irraa hafe yookin SNAP himatanii jirani abukaato waliigala kan investigation miidha State kan Clergy laalu jiru.

Gabaasni kunnis kan argate ammati himannaa miseensota sadii kan Clergy irra jiru. Jarri martuu waan silaa yakka guddaa harka biyyaati ol bahee godhaniidha. SNAP garuu maqaa dhan ummata kanniin akka hin himamuu fedha.

Jiraattoni Iowa baayiina dalagaa dalagnis May keessa hojii dhabdooni gara 3.9% ol gudattee jira. Iowa workforce Development akka gabasaetti guyyaa kaleesa lakkoofsa nama 3.8% kan April keessa ture ol dabalee jira.

Guyyaa July 4th sanbtaa fi gidirsanbata jiraattoni Iowa erga dhukubni kun dhufee booda guyyaa haara galfumma isaani fudhatan  akka tau himan. Dubattuun AAA Iowa akka jetteti akka biyyati guututi  nama million 47.7 ta’an guyyaa July 1st fi 5th akka vacation qophaan  mullisa.

Dakota County Health Department talaali Covid-19 ummata dhiheesu jirani.

Talaali corona virus Moderna fi Johnson and Johnson guyyaa harba maraa akka beelamaatin Dakota County Health Department, 1601 Broasway St., South Sioux City kan kennamu ta’a.

Talaalidhan brands kuniinnis July 7 Clinic South Sioux City Memorial Hall, 201 W.16 St seati 3 hang 7 P.m July 14 ammoo Clinic Don’s Spot Bar fi Grill, 801 W.13th St, seati 3 hanga 7 p.m kan kennamu akka tae himan.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content
  • Oromo News 06/23/2021Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.Qophii bara haarawa irrati namichi jiraata…