A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 06.21.21

Oromo News 06/21/2021

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

State Iowa keessati namni sababa Covid-19 qabamuu fi hospitaala seenu gad xiqaate deemu jira.

Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka himanitti corona virus dhaan namni haarawa qabame kan hin jirre yoo tau namni haarawa qabame ammo nama 30 dha. Akka dhukkubni jalqabe namni namni waliigalatti due 6,114 dha. Jiraattoni Iowa million kixxee ta’an talaali corona virus guutumatti fudhatani jirani.

Namni hospitaala jiru ammo gara nama 54 hir’atee jira, lakkoofsi kunis akka March 2020 dhuma irraa baaye xiqqaate jira.

Qorannoo bultii 14 godhamae akka biyyati guututi present 2% taee jira, fi qoranan guuyaa torbaa ammo 1.9% dha.

Qorannoo bultii torbaa keessati Woodbury County keessati present %1 akka taee fi torbaan darbe keessa namni qabame 5 dha. Kunis akka qorannoo Website corona virus akka state guututi himanitti. Counties dhan siouxland baaye kana keessati virus kun xbaaye xiqqaate kan mul’ateedha. Innis Monona, Ida, Cherokee, Buena Vista, Lyon O’Brien, Osceola, Emmett, and Pocahontas fa’a dha. Haatau male, qorannoo bultii 7 keessati Sioux County keessati 10% fi Plymouth ammo 4% dha. Sioux County torbaan darbe keessa namni qabame 7 dha. 

Gabaasni annual kan Annie E Iowa akka biyyati guututi daaima eegumsa kennuudhan sadarkaa 9ff irraa akka jirtu himan.

Lakkoofsa ijoole lakkaawan irrati Economy, barumsaa, fayyaa akkasumas warraa fi ummata naanicha irrati sadaraan kaahamedha.

Dubattooni akka jedhanitti lakkoofsa Iowa lakkofsguddaa irra jira, ammas hojii baaye ijoole dhaafi warraa hojachuu jirani.

Gabaasni kunis federal child tax credit aka guddatuu fi state warra xuqqan fi seera poolisa naanicha akka jabeessan himan.

Iowa Department kan natural resource kan “ I am a Recyler Campaign”  biyyati guututi hojii irra akka oola yaalutti jiran.

Recyling kun waggaa 40 kan jiruu yoo tau, garuu ogeessi akka jedhetti haala guutun kan hin guutamnedha.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content
  • Oromo News 06/18/2021Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.Nebraska fi South Dakota ayyaana federal…