A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 06.17.21

Oromo News 06/17/2021

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Governor  Iowa Kim Reynolds seera “Back the blue” jedhu ganama kana deebisuf irrati farramtee jirti.

Warra gabaastonni akka jedhanitti seeri kunis waaye nageenya public akka tae himan.

Warri isa hin deegarre  akka jedhanitti faalla isaati jedhan.

Seerri seera diigu irraa aarrin waaballeesu irrati kan murteessuf fi karaafi cufuun qixxaatidhan akka dabalu himan. Dabalattaan itti gaafatmtoonni himannaa irrati banuufi hin jifachuu baaye akka hin danda’amne himan.

Ittigaaftamtoonni boordi sadihii walgahii ummata eega walitti qaban booda Woodbury County keessati kan jiraattan yero fuldurrati humna projectii qilleensa baasu akka irrati murteesu danda’an himan. Walgahiin gabaa humna kan karoorftani turan irrati kan ibsi kennamu ta’a.

Hasoynii guyyaa sadihiif kibxata seaai booda mana murtii Woodbury County keessati warra boordi keessati beelame qabatanii jiran.

Yaani dhiheefame kan outline bakka tubines ijaaramu hin dandau, kanneen akka bakka conservetion namarraa hanga faana 600 gahutti, bakka qabrii, mana, fi magaala guutu kan dabalatuudha.

State Siouxland sadi dabalatee bakkeewan 10 fi bakka western state ganda baadiyaawan guddina guddaa akka itti fufuuf baankiwan akka laalan himan. Waliigalatti ganda baadiiya mainstreet economic marajjaa isaa  78.8 baaye guddaa June keessa 70 yoo kan gad bu’in harka 50 gad kan tae keessa turani jirani.

Akka Siouxlan martuu gorsa hooa jala jirti , U.S Drought Monitor akka mullisuti State Iowa haala gogiinsa parsantii 40% akka jirtu himan. Kunis gabaasa torbaan darbe  irraa kan dabaleedha. Akka state guututi sadi irra afraffaan gogiinsa akka hubamu jiran himan. Woodbury County ammatis haala gogiinsa moderate akka argamaa jiru himan.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content
  • Oromo News 06/16/2021Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.Governor Iowa Kim Reynolds qabeenya haakima…