A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 06.11.21

Oromo News: 06/11/2021

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Police Sioux City April 29 Perkins irrati “use of force” haala madaalu hojattoota san kan irrati hirmaatan hunda isaani irratu addabii fudhate jirani.

Facebook irrati video tokkoo gad dhiifame babal’ataa ture officer roota seera jala turan fi nama guaracha kan hidhamu jidduuti kan turee dha.

Investigators akka jedhetti namichi akka restaurant dhiise bahu gaafatame ture inni ammo ni dide kan hidhameedha. Yeroo tokko namichi polise wajjiin kan bakka tokoti dhiibamani jiran.

Sioux Falls kan argamuu kaampani booyye Smithfield irrati aadman kan godhame saalfachuun kaampaani wajjiin wulii waggaa afuri waliin faramanii jiran. Miseensi ummata Kanaan dura waada gaafatani turan diduudhan oqqobii godhanii turan. Ajajtooni Union akka jedhetti miseensonni torbaan dhuftu keessa akka filatan himan. Karoorri sababa Covid-19 kan cabee ture.

Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka gabaasanitti sababa Covid-19 namni haarawa due 11 yoo tau akka dhukubni kun jalqabee waliigalatti namni due 6,095 dha.

State keessati namni corona virus qabame hospital jiru dhukubsattoota 74 dha. Sababa zamoona namni qabamu gad bu’uun isaa  lakkoofsa ammaan booda gara Siouxland District Health akka gad hin dhiifamne himan.

Itti aanan President duraani Mike Pence jia dhuftu keessa Iowa laaluf akka dhufan himan. Pence July 16 Sioux Center keessati bakka buaa U.S Reprentative Rady Feenstra waliin kan deemu ta’a.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content
  • Oromo News 06.10.21Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.Seera baaftonni naannicha Iowa keessati karaa…