Oromo News 06.10.21
Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.
Seera baaftonni naannicha Iowa keessati karaa irrati nama duan hir’isuuf Governor traffic qarqaarun irra akka jiran himan.
Deparmantin transport kan Iowa namni karaa irrati due waggaa darbe irraa percent 25 % akka dabale himan.
Iowa state patrol akka Des Moines rigester himmeti waggaa 85 san kaapbani keessati nama baaye speedan oofu fi nama silkii fayyadama makiina oofu akka baayinan mulataa jiru himan.
Guyyaa har’aa irraa jalqabee, deparmantiin police kan magaala Sioux City, Woodbury County Sherriff’s Office, fi Iowa state patrol makiina miidhamef akka eegumsa godhu jiran himan. Warra dalaganis hanga torbaan tokko akka turan hayamaniifi jiran. Waggaa tokko keessati balaa makiina 300 gad hir’isuu yaaludhaf Iowa keessati humda addaa tokko uumani jiran.
Talaali corona virus kan Iowa keessati qorichaa 33,000 akka gatan taasisaa akka jiru himan. Deparmantiin mana fayyaa Iowa jiraattoni Iowa talaali corona virus kan Johnson and Johnson hin fudhanna yoo jedhan malee sanii ala akka dhiisan himan.
Warri federaala talaali Johnson and Johnson kan eegan company expiration date torbaan jahaaf akka akka dabarsuu gaafatan. Haatau malee, July dhumaa iratti yoo ka hin oolini, qorichi baayyen akka gatuu maluu himani jiru.