A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 06.09.21

Oromo News 06/09/2021

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Iowan ammaan booda talaali ufii yookin kan ijoole isaani hordafuuf website state hordufuun akka isaan hin barbaachifne himan.

Jijjiiramni kan dhufe hojifitooni hojattoota talaali corona virus akka fudhachuu qaban erga itti himaa turani boodadha, akkasumas passport talaali fayadamanii fi seera mootuman baasu irrati.

Deparmantiin mana fayyaa Iowa hojistoonni hojattoota isaani talaali corona virus kana irrati laaludhaan dhooysan fayyadamuu nidanda’an jechuudhan website state akka dhoogga jiru himan.

Nama lamaa hojattoota mana hidhaa lama kan ajjeesan jedhamuun kan himataman keessa namni tokko akka himanitti itti baname himan. Hojattooni waliin mari’atan jijiirama bakka irrati eega walii galan booda waldorgommiin Thomas woodard’s June 22nd Lin County kan jalqabu akka tae himan.

Woodard fi Michael Dutcher lachuu County Jones kan argamu mana hidhaa Anamosa State iraa bahuudhaf Nurse achi keesa hojattu takkaa fi  itti gaafatama manahidhaa ajjeesani jedhani jiran.

Kaartaa haarawa boru bakka gogiinsa America tti wayta gad dhiifamuu haali gogiinsa Iowa mara keessati akka uumamuu fi akka babal’atuu mullisa. Ammati kan itti fufaa jiru hooa fi gogiinsi akka laga Missouri miidhu dandau himan.

Manni murtii mana hidhaa haaroyni fi seera kabachiisan baka kafaluudhaf filattooni Clay County guyyaa kaleessa Million $41 waaye bond irrati akka kufaa tau godhe.

Akka result unofficial tti state taaf 2-1 margin hin taanef, jiraattoni County 1,544 kan morman yoo tau namni 766 filatanii jiru. Waaye Bond aka taruudhaf harka caalma muraasa barbaachisa ture. County Vermillion keessati ijaarsa mootuma haarawa ijaaru barbada ture. Deegartooni isaa akka jedhanitti yeroo mana murtii ammaa qaali kan irra darbee waan taeef ijaarsi akka barbaachisu himan.

Measure warri faala akka manni murtii seena akka dhaabatu arguu fedhan.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content