A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 06.04.21

Oromo News 06/04/2021

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Mana hidhaa wardnes  nama lama akka mindeessan himan, tokkoo Anamosa State Penitentiary keessa akka tae himan. March keessa, hojattooni lama achi kan turan meesha waraana mana hidhaa keessa jiraniin ajjeefamanii jiran.

Anamosa warden Kristofer Karlberg kan haarawa dhufuu dandau baaye yeroo kaluutti manneen hidhaa South Dakota Deparment kan sirreesa fi wayta ajjeechan godhame booda kan qorataa tureedha.

Nicholas Lamb mana hidhaa Fort Dodge fi North Central eega guddaa tae kan hojjatuudha. Innis mana hidhaa New Mexico fi Illinios keessati waggaa kudha lamaa ol kan dalagaa tureedha.

Hojii dhabdooni Iowa torbaan kana May 29th irrati gara nama 3,859 gad xiqqaate jira. Kunis torbaan darbe irraa nama lama lamattu hir’ate torbaan darbe keessa nama 3,861 ture.

Haatau male akka gabaasa U.S Department of Labor statistic guyyaa kaleesa himetti akka qaraa irra akka dabalaa dhufe hime. Gabaasni DOL akka mullisuttti Iowa keessati iyyanaa hojii dhabdummaa kan galfatan nama waligalatti 26,737 kan tae yoo tau  torbaan darbe irra nama 1400 akka dabalee jiru himan.

Hojii dhabdumaan State fi Federal keessati buaan hojii dhabdummaa kafaltii wayta hojii isaani kafalamuu ol kan kaffalamuuf akka tae warren nama san hojachiisan iyyaafanno galchanii jiran.

Auditor naanicha Rob Sand guyyaa har’aa magaala Sioux City tti adaarasha tokkotti ganama seaati 2 p.m irraa qopeesani jiran. Sand hojii isaa auditor office akka hasahu barbaadu hime.  Sand democratic social media irrrati beekamaadha. Bara 2018 kan filatameedha.  Garuu Sand filannoo dhaf bra 2022 governor democratic dhaaf hin dorgama jedhamee hin murtefamne.

Sand Norwest Iowa torbaan dhuftu perry Creek mana tauudhaf kan deebiu ta’a, Northwest kan Merril seaati 3:15 p.m guyyaa harbaa kan jalqabu ta’a. Lt. Gov. Adam Gregg kan Gov .Kim Reynolds wajjiin malatteesan kan ibsan ta’a.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content
  • Qiimaha ka sareeya qiimaha la filayo ee Xarunta Fulinta Sharciga ee Degmada Woodbury waxay leedahay xubno ka tirsan Guddiga Kormeerayaasha Woodbury iyagoo…