A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 05.28.21

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Unicameral kan Nebraska yeroo isaa fixee jira, governor hir’inni tax himuudhan tax muruu jedhanii jiru.

Seera baasan food stamp fi program qarqaarsa hooa governor Ricketts vetoes dabarsani jiru.

Seera haarawa bahanitti jiraattota Nebraska 4,000 ta’an qarqaarsa nyaata kan federal dhaaf akka hayyamaman isaa gargaarsa federal ooisa kan qarqaaru ta’a.

Guyyaa har’aa magaala Sioux City tti Nyaanni biraa haarawa kan giveaway hawaasa keessati akka qarqaarsa qabu himan.

Aaana organization gara USDA’S ttiin sagantaa nyaata ummata kennan sababa Sunnybrook church dhaan nyaata saaxina 1000 tau kennuu danda’anii jiran.

Seera ooltonni nyaata baayinnan daqiiqa 15 keessati qoodani jiran. Yeroo dhukkubaati qarqaarsa kana jia tokko keessati yeroo sadaffaadhaf kan kennameedha.

Nebraskan akka gabaastetti akka dhuma April as virus namni qabame xiqqoo tauu himan.

Ogeessi fayyaa State akka jedhetti torbaan darbee keessa namni haarawa qabame 500 ol akka tae himan.

Torbaan darbe dura, duuti haarawani kan 5 kan dabale yoo tau walii galatti nama 2,249 gahee jira. Nebraska keessati guyyaa sadii darban kana keessati namni haarawa due akka hin jirre himan.

Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka gabaasetti sababa Covid-19 namni haarawa guyyaa har’a due 5 akka tae gabaasan, namni haarawa qabame ammo 132 dha kan keessa namni 8 Woodbury County keessayi.

Waliigalatti akka dhukubni jalqabe Iowa keessati namni due 6,047 akka tae gabaasan.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content
  • Oromo News 05/26/2021Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka…