A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 05.26.21

Oromo News 05/26/2021

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka gabaasaniti namni haarawa due kan hin jirreefi waliigalatti akka dhukkubnni jalqabe sababa Covid-19 namni duee 6,035 akka tae himaa. Namni haarawa qabame ammoo 170 dha, namni 6 Woodbury County keessa kan jiruudha.

Talaali corona virus namni fudhati gad xiqqaata dhufu jira, ogeessa fayyaa Iowa akka jedheti torbaan kana keessa namni talaali corona virus fudhate percent 12% qofa akka tae federal government irraa argatanii jiru.

State 17 counties 99 kan qabdu ramaddii isaani fudhatanii jiru. Tokkuma isaa martuu fudhate jira.

Akkaa gabaasa New York Times himanitti, jiraattota Iowa percent 43% guutuman guututti talaali akka talaali corona virus fudhatani jiran himan. Kunis akka biyyatiti 16th irra jirti.

Sioux City Community School District guyyaa graduation guyyaa sanbata kan Tyson Events Center tti kan jiruuf seera haaraawa baasan jiran. School district torbaan darbe keessa mootuma kan mallatteesan haguugi haabaafatamu jedhan namni dide waliinn akka deemu jiran himan. District seera kaahame ture namni dhufu ticket lakkaawame seenu qaban manneen barumsa Sioux City High School akka irraa kaasan himan. Oduun haarawa akka gad dhiifameti district nama haguugi fuula godhachuu fedhuufi hin feenele akka degaran himan. Gabaasni live illee kan gadi dhiifamu ta’a.

Gareen booyye oomishan US deparmantan Agriculture gaafachu jirani waan kaluu kanatti abbaan seera ajaje sunis akka campany wanni martuu akka daddafi dalagaa san geggeesan goosisan.

Hojattooni National Pork Council akka jedhetti abbaan murtii hojii suuta dalagamu akka daddafi dalagamu erga murteesse booda qonnaan bultoonnni $million 80 akka gad xiqqeesan nigodhama jedhan. Hojattooni meatpacking hojii daddafuun hojattoota fayyaa fi nageenya isaani balaa irra buusa jedhan. Gareen booyye oomishan USDA akka gafatanitti ammati akka daddafi harka jahaan dalagu jalqaaban himan.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content
  • Oromo News 05/25/2021Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.Bulchaan Nebraska Pete Ricketts akka oduu…