A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 05.17.21

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Guyyaa wiyxata namni haarawa Covid-19 Woodbury County keessati akka qabame himan. Qorannoo bultii 14 godhame gara 2.8% xiqqaate jira namni 5 ammoo hospitaala Sioux City keessati yaalamu jiru. Sioux land District Health talaali corona virus kennuudhaf nama umriin isaa 12 fi sanii ol taee beelama qabu Jirani.

Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka gabaaseti namni haarawa Covid-19 qabame 86 kan qabame yoo tau akka dhukubni kun jalqabe namni million shan ta’an qorannoo kan akka taasisan himan.

Governor Nebraska Pete Ricketts; seera corona virus kana haguugi fuula godhachuu, addaan fageenya fi barumsa mana barachuun akka yeroo muraasati martuu dhiifamu akka abdii qaban himan. Ricketts akka jetteti talaali kanaa fi uf eeydoni amma dhukubni namni qabamuu fi kan hospitala jirus xiqqaata akka dhufaa jiruf namni 100 gad guyyaa akka tae himan. Innis eebifamtoota Nebraska yoo talaali fudhatani hin jiraatin akka taalali fudhatan gaafate jira. Akkasumas akka ijoole xixiqqoonile talaali kana fudhatan kan qarqaaru ta’a.

Magaala Iowa Northwest umaanni akka magaala kesaa baqatee taa’u akkumaa ajjajameeti jiraa, sababaan isaas torbaan kanaa kessaa babuurri walittii bu’insaa iraa ibidaa kassuu kan ka’ee. Meesha sodaachisa gurguddaa kan qabatan makiina 47 dabalate guyyaa gidirsanbata seaati booda bakka Sibley (Sin-lee) jedhamu bira darbani jiran. Ummanis baaye kan rifateefi qorannoo irraa kan jiran yoo tau ragaan martinuu didillaa baabura jalatti akka jiganii jiran himan.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content
  • Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.Eeydonni dhukkuba magaala Sioux City haasawa yeroo kaluutti…