A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 04.23.21

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka gabaasetti sababa Covid-19 namni haarawa 6 akka due fi namni 500 ol ammo  haarawa akka qaban hime, Woodbury County seaati 24 keessati namni 17 haarawa qabame jira.

Guyyaa kaleesa Woodbury County keessati sababa Covid-19 namni yeroo jalqaba due wagga tokkofaa isaa akka tae himan. fuula facebook Siouxland District health irratti akka mullisutti yaadanno nama 221 sababa Covid-19 County keessati kan due yaadano godhan.

Gov. Kristi Noem hirmaatota South Dakota Athletic Commission hundaa akka waraqaa raga talaali Covid-19 kan fudhatan akka mullisan gaafate.

Noem akka jetteti talaali mootumman dhaabame passport talaali kaluu kanatti ka dhoogamu seera gaafatamu jala akka jiru himan.

Seera baasadhan, Police, sheriff, fi patrol state Nebraska kessati yaada qarqaarsa mootumman godhamen itti gaaftamummaa guddaan kan isaan muudatu ta’a waan walitti bu’iinsa uumu irrati leenji haarawa dabalata kan fudhatan ta’a.

Seera eeysistoota agencies tokko tokko keessati seerri garii ulfaata tauu nimala jechuudhan sodaan jiraatus senator seerra jalqabaa murteesani jiran.

Filannoon kun kan dhagahames police officer Minneopolis Derek Chauvin kan Goerge Floyd ajjeese murtin erga itti murtaahe guyyaa borumtaa kan dhufeedha, kunis hiriira nagahaa biyyaa mara irrati  kan godhamaa tureedha Nebraska dabalatee.

Marijuana seera irrati hundaahe paarti polotika ammaa qophaahu nidanda’a fi beekamti mootuma erga argatee booda filattooni Nebraska galmaahan gaafachu nidandau. Marijuana seera amma paarti dhuunfa isaa tauudhaf seera hundaa guute jira. Moggaafamni isaa filattooni partii irrati akka galmaahani kan danda’an yoo tau itti gaaftamtooni partiidhani ammo birro partiidhanitti kennuu ni dandau.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content
  • Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.Governor South Dakota Kristi Noem magaala keessati passport…