A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 04.22.21

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Governor South Dakota Kristi Noem magaala keessati passport Covid-19 akka dhoogame himtee.

Noem akka jettetti akka dhukubni kun jalqabe irraa South Dakota amante turtee akka filannoon isaani ufii fi nama jaalatanifis gaari tau.

Akka waalgetti guyyaa har’aati, Iowa Governor Kim Reynolds akka ummani talaali corona virus fudhatan dirqamsiiste.

Akka isiin jetteti jiraatonni Iowa parsantii 37% ta’an kan umriin isaani 18 fi sanii ol ta’an talaali corona virus akka fudhatan himan.

Haatau malee, haala muraasa kan wal ijaare, keessati dargagoota irrati shillaa jechuun nimul’ata.

Ogeessi Iowa National Guard akka jedhetti miseensooni guard qixxeen isaani talaali corona virus akka hin fudhatin hime. Akkasumas virus kana wajjiin lolli guddaan akka jiru hime.

Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka gabaaseti sababa Covid-19 namni haarawa due 7 akka tae gabaasan, namni haarawa qabame ammo 600 oldha, akkasumas Woodbury County keessati 25 haarawa qabame jira.

Qorannoo state bultiin 14 darban keessati godhi wayta himan 4.4% dha, kunis guyyaa san duraa irraa kan gad bueedha. Woodbury County keessati 5.8% jira, kunis paranti qixxeedhan kan gad bueedha.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content
  • Oromo News 04/20/2021Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka…