A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 04.16.21

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Congerasiin torbaa tan Iowa Cindy Axne akka jetteti ijoolle baqattoota Iowa fudhachuu waan didaniif Governor Kim Reynolds akka muufatte himan.

Axne akka jetteti biyyatiiin baqqatoota seeran alaati kan walitti makamtee fi Iowa keessati kun akka sirreefamu kan barbaachisu ta’a.

Dabalataan Reynolds state ammati baqattoota ijoole qarqaaru akka hin dandeenne himan. Dhuma March tti, ijoolle baqattoota 18,000 ta’an border U.S – Mexico akka argaman himan.

Akkasuman Governor Reynolds guyyaa har’aa akka gabaasteti maneen barumsa Iowa keessati fayyumaa sammuutif doolara million 11.5 federala irraa sababa Covid-19 Kan ramadamu yoo tau fi qarqaarsa hojii community dhaaf kan ramadamu ta’a. Reynolds akka jetteti qarqaarsa prek-12 baayyisuudhaf corona virus dhiiba sammuu ijoole irrati kan fidu akka xiqqeesu kan qarqaru ta’a.

Manni fayyaa Iowa akka gabaaseti Woodbury County torbaan darbee keessa talaali corona virus kan didu yoo tau kunis Counties dhan 21 kan Iowa keessa jiran keessa talali fudhachuu didan keessa tokko. Kan biraa Northwest Iowa Counties fudhatama akka hin qabne goosisan keessa Crawford, Clay, Lyon, Osceola, fi Sac.

State official akka jedhetti kan mirkanneesu kan mullisu talaali corona virus namni fudhatu xiqqaacha dhufuudha. Itti aanan aana fayyaa Deput Tyler Broch akka jedhetti clinic adhan keessati basin kan bahu talaali kanniin irraa wan taef ammati wanni biraa karaa irraa kaafame jira,

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content
  • Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.Sioux City keessa Crittent Center kan jiraattan bakka taaumsa…