A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 04.13.21

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka gabaasetti guyyaa har’a sababa Covid-19 akka namuu hin duin hime. Seati 24 keessati ammo namni haarawa qabame 146 dha, namni afur kan keessa kan Woodbury County keessati qabameedha.

Namni tokko kan senate Iowa waliin haassawe godhe turee akka corona virus qabame gabaasani jiru.

Kunis erga legislative session January keessa jalqabe as namni amma qabammaa nama sagalaffaa ta’uu isaa himan.

Iowa state house keessati haguugi fuula godhachuun kan dirqama hin qabneedha.

Miseensoni hojattoota mana catholic akka jedhanitti nama migrant ta’an Iowa keessati fudhachuu waan didanif governor Kim Reynolds akka aaran himani jiran.

Torbaan darbe keessa, governor akka jettetti Iowa ijiille baqqatoota jiraachisuf ammati akka hin dandeenne himan.

Television KCCI kan Des Moines keessa akka gabaasetti ogeessi hojattoota Catholic akka himatte State ijoole baqatoota kana fudhattee fi warraa waliin wal argisiise akka jiraattan gochuudhaf akka boota guddaa qabu hime.

Guyyaa kaleessa, memorial service Community keessati kan bakka fudhateefi dyra buaan local vitnamese community Hong Cud Nguyen ( Hong cook Win) yaadanno godhanii jiran.

Namni baayen Mary J. Treglia Community qabamuudhan Nguyen sababa Covid-19 May wagga tarte keessa kan duute yaadatani Jirani.

Nguyen warra baqqattoota qarqaarun jiraatota namni dhibbaan laakahaman kaan Sioux City Asian community keessati baaye qarqaara turte.

Yaadannoon kunis kan godhame guyaa dhaloota Nguyen’s 88 irrati.

Ramadan guyyaa borii kan jalqabu ta’a. jia kabajaa Muslima hundaati, kan isaan kabajanis soomudhan, ummata hunda waliin kan waliin dabarsaniidha.

Guyyaa har’a, gareen barattooota Muslima kan south Sioux City community school barsiisota waliin gahuudhan waaye ramadaan barsiisani jiran. Kunis barsiisoni jia kan keessa barattoota muslimaatif akka yeroo gahaa kenaniif himan.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content
  • Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.Seera baasan Nebraska tax credits fi scholarships colle…