A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 04.09.21

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Seera baasan Nebraska tax credits fi scholarships colle dabalatee birraa dabalataa kan uf keessa qabu dollara billion 9.7 bajata mootuma kan cinqe hir’isuudhaf dolaara million 115 kenne jira.

Package kunis July 1 irraa jalqaba bajata wagga lama kan itti aanu baasi State kan dandau ta’a.

(Seera baasun haarawa tokko tokko kan dhufe galii state dhahuu waan danda’uuf jigumsa ikoonimi irrati dubattaa turan, yeroo amma virus corona virus jiraatus haala eegamu oldha.)

Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka gabaasetti guyyaa har’aa sababa Covid-19 namni haarawa due 7 yoo tau seati 24 darban kana keessati ammo namni haarawa qabame 500 oldha. Akka dhukubni kun jalqabee talali corona virus akka Iowa tti 4.5 million kan qophaahe yoo tau, namni 700,000 talaali corona virus fudhatee jira.

Gabaasni kan U.S Energy Administration akka mullisutti Iowa human qullaa akka fayyadamtu himan. Wagga darbe 6000 kan kalaahu turbine gara 60% kalaahe jira. Bara 2019 keessati parsantii 44% ture. President Biden’s dollara trillion kan hundaahen kararoora infrastructure

Oduu bareeda warraa kitaaba jaalqatuuf library Sioux City full service nama fayyadamu hundaa fu kan kaardi qabuufi yeroon irra kan taree irraati fudhachuu akka dhiisan himan.

(ogeessi akka jedhetti tarkaanfin guddaan kuni Meesha library, resource fi service nama hundaa kennuudhaf dalagaa guddaadha jedhan.

Library kunis yeroo corona virus kanatti qixxaata maallaqa baaye kan tae hanbisuudhan deeggartooni Meesha kan akka deebisu jiran himan.qorannoon akka mullisutti meeshan hundaa kaffalatii wal fakkaatun, kaffaltii yeroo malee yookin kaffaltii malee kan deebiu ta’a.

Warren tajaajila guutu kaardi Sioux City Library kan deegaran kan ta’an yoo tau jiraattota Sioux City, magaala Sioux City keessati kan qabeenya qaban fi magaaala nanicha keessa galanii kan fayadamaniidha.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content
  • Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.Governor Iowa Kim Reynolds guyyaa har’aa waa’e talaali corona…