A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 03.19.2021

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Talaalli, Iowa keessati akkuma fufetti jira haatau male deparmantiin mana fayyaa Iowa akka gabaasetti namni haarawa guyyaa Covid-19 due 9 yoo tau kan qabame ammo 404 dha. Woodbury County keessati, namni haarawa qabame seaati 24 keessati nama 25 dha.

Galii tax dhania kan state revenue qopheesudhaf panel naanicha bor kan walgahu ta’a. tilmaamin gurguddaan hoggana house republican galii gibiraa state hir’suu irrati gara fulduraa deemuf senate Iowa karoora akka fudhatan godhamuun nimala jedhan. Garuu haarawa ganama gaazexanyoota waliin haasawa akka godhanitti karoora kana akka fudhatu nigodhama jedhanii jiran, dubattaan mana Pat Grassley akka jedhetti seera 2018 haala gibira itto guuran osoo keessa hin seenin dura warri tax guuran parsantii 4% dabaluu qaba kan jedhu mulasanii jiru.

Economy bakkeewan baadiyati lafa 10 irrtati akka gaabasa akka yaalin isaa godhamaa jirus himna. akkaata gabaasa ji’aati bakers har’a gad dhiise jira. Hanga qorannaa kun jalqabe bara 2006 kesa jalqabe. Qorannoo laffeen baadiya oddeefannoo waliigaha kan barbaachisu March February irraa 53.8 dha. Qabxii kamuu %50 ol kan tae economy akka guddataa jiru kan mullisuudha, wanni kamuu 50 gad yoo taemmoo Economy kufuu kan mullisuudha.

Sioux city robust housing market wagga tartee gabayaan mana jireenya parsantii 8.5% daballaee akka jiru warren magaala mana hordafan himanii jiran, akkaata gaabasa osuu irrraa dhufetti aka ibsaniiti Sioux City keessati maneen dabaluun haala xiqqaa tae kafaltii dhallaa fi maneen hir’atee baaye kan dabaluu waan taeefi. Waaga Kanaan bara 2020 irra olgudisanii jiran.

Oduun kaan isiinif qophahee karaa Seaboard Triumph Foods kan Sioux City Iowa keesayii, karaa gamachutiin Siouxland kessati bara 2017 irraa jalqabee hawasaa kana deegaru. Odeefannoo dabalataa yoo fetee wa’ee Seaboard Triumph Foods malloo wesayitti kanaa senaa, Siouxcitypork.com.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content
  • Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.Gov. Kim Reynolds jiraattoni Iowa hundinuu hanga April 5th tti…