A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oduun White House kan corona virus akka gabaaseti state Iowa akka biyyati guututi torbaan tarte kees

Oromo News 11/11/20

Oduun White House kan corona virus akka gabaaseti state Iowa akka biyyati guututi torbaan tarte keessa baaye gudachuun sadaffaa irra akka jirtu himan.

Iowa keessati namni haarawa qabame nama kuma 100 keessa 621 dha, kunis average biyyati guutu waliin yoolalame harka kuma 100 keessa kan qabamu 209 dha.

Gabaasni akka mullisutti Iowa nama haarawa qabame baayen akka jiru himan. Kunis zone diima keessa isii galcheera.

Counties guutu keessa parcantii 96 keessati dhukkubni baaye babalachu jira.

Reportiin akka mullisutti state nama du’aan hir’suufi namni hospitaala galu baayachu waan deemu jiruuf haguugi fuula akka uffatamuu qabu himan.

Akkasumas reportiin akka jedhutti jiraattoni Iowa manaan allati haguugi fuula malee akka wal hin gene himan.

Deparmantii mana fayyaa Iowa akka data mullisuti waliigalatti se’aati 24 darban kana keessa namni 4,800 haarawa qabaman yoo tau, namni haarawa duemmoo 26 dha, kunis waliigalatti nama due 1,898 dha.. Woodbury County keessati namni dabalataan due 2 yoo tau waliigalatti namni due 105 dha.

Iowa nama haarawa qabamee guyyaan nama 4,000 ol guyyaa 5 walitti dhaabde kan gabaasa turte dha.

Iowa keessa counties 99 keessa 92 qoronanno bultii 14 taasisan keessa martii parsantii 15% oldha. Woodbury County keessati parcantii 22 fi County northwest Iowa keessa jiran qofa parsantii 15%gad jira, threshold Monona parsantii 12.5% dha. Jones County akka state tokoffaara kan jiru yoo tau 44.5 dha. parsantiin eega sirreefamni state kana human harkaa bahu ta’a.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content