A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Oduu Har’aa

Oduu Har’aa

Manni yaala Iowa Akka gabasanitti namni 3 dabalataan du’uu himan, waliigalatti nama 25 tuu du’ee.

Kutaa Iowa keessatti namni dhukuba coronavirus dabalataan qabaman 78 yoo ta’u walii galatti nama 946 gahanii jiru.

Magaala Woodburry County keessatti coronavirus kan qabame nama 9 gahee jira. Garuu magaaladhan kan akka northwest Iowa keessatti hagasilaa dhukubni kun akka hin argamin himani jiru.

Wiyxaatta bulchituun Kim Reynolds bisnaasni dabalataan akka cufamu taasiste, kan akka kaampii, booling alii, bakka itti taphatan fii kan akka moolidha.

Akkasumas akka isiin jetteti namni 10 oli akka wal hin gene yoo ka walgahan ta’e poolidhan akka qabaman himte.

Ajajni kunnis kan bahe erga Kim Reynolds ajaja namni mana haa ta’u ajajuu didde boodadha.

Kutaawan ajaja manaa ta;umsa ajaaju diddan keessa kutaan Iowa ishe tokko.

Haata’u male bakka bu’aan State Chris Hall akka jedheti bulchituun magaala ergaa qabataama hin qabne waan ergaa jirtuuf akka ummani mana haa ta’u jette himtu gaafatamte.

Itti gaafatamtun South Dakota Kristi Noem akka jetteti manni barumsa hundinuu akka cufamu fi barumsi online dhan akka itti fufu jette.

South Dakota keessatti name coronavirus qabame 300 kan du’an ammo nama 2 ta’uun himame.

Nebraska keessatti ammo namni coronavirus qabame 400 oli yoo ta’u kan du’ee nama 8 gahee jira.

Bulchaan magaala Pete Ricketts akkeekachisa keene sababni isaa yeroo kanaa keessatti domestic violence fi abuse ol dabala waan deemuf.

Akkasumas nama tokko abuse waal godhuu yoo argitan akka walirrati hin laale jedhe jira.

Galaatoma.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content