A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Nebreska keessati namni qabamee 800 gahee jiraa.

Oduu Har’aa

Wiyxata har’a, manni fayaa Iowa akka jedheti dhukuba coronavirus irra kan ka’e name 2 dabalatan du’uun fi namni 123 haarawni qabamuun himame. Namni haarawa 2 magaala Woodbury County keesati kan argamu yoo ta’u waligalatti woodbury county kessatti nama 20 gahuun himame.

Nebreska keessati namni qabamee 800 gahee jiraa.

Magaala South Dakota keessatti namni haarawni qabame 138 yoo ta’u walii galatti nama 868 coronavirus qabamun himame.

Magaala South Dakota keessatti namni 57 haarawa coronavirus qabaman namotaa kampani Smithfield foods kaan Sioux Falls keessa dalagan akka ta’e himame. Sababa kanarra kan ka’e kampani cufanii jiru.

Itti gaafataman kampani Motley akka jedhetti kampani akaana bakka maratuu akaa serran baasani ummata ofii eegatuu himani jiru.

Walii galatti namni kampani saan dalaguu namaa 300 tuu coronavirus akka qabame himame jira.

Akaasumas kampaniin cufamulee namotaa 3,700 kaan achii dalaguu hundayuu ni kafalaamaf jedhanii jiruu.

Snow barana Sioux City kessatti Easter Sunday bu’e recordi cabsun himame, inchin isaas 3.7 dha.

Magaala Holt County fi Northwest of O’Neil snow haga faana takka bu’un himame.

Walii galatti snow bu’e Sioux Center inchi 8, Estherville inchi 7, fi Storm Lake inchi 2, ta’un bekame.

Galaatoma.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content