A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

National Weather service akka gabaasetti Sioux Gateway airport snow inches 5.7 akka buee himan

Oromo News 1/26/2021

National Weather service akka gabaasetti Sioux Gateway airport snow inches 5.7 akka buee himan. Haatau malee, bakke wan garii kan Siouxland qofti snow muraasa kan argatteedha. Bakka biraati fi Nebraska keessati hanga mila ol argatanii jiran.

Manni barumsa gariin turanii kan jalqaban yoo ta’an baayen isaani ammo cufanii jiran, Sioux City fi South Sioux City dabalate.

Omaha snow guddaa bue kan bara 1975 as buee hin beekin guyyaa torba kessatti argate kunis snow inches 12 dha.

Des Moines ammo record haarawa wagga 125 kan taree galmeesite snow Inches 10.3 argachuudhan.

Irra xiqqan fi barratoota afaan engliffaa baratan East Middle fi High Schoola keessati, erga eda galgala boarding walgahii godhe booda. Sioux City School Board akka qarqqaranis himani jiran. Maneen barumsa Middle school sadii kan keessa jiru ta’a.

Irving Elementary barattoota gara East yookin West kan ergan ta’a, kunis kan murtaahu bakkeen naanawa isan galan irraa kan tauudha Virginia Street irrati addaan murama.

Barattooni Unity Elementary kan north 14th Street irra jiraatan North Middle fi High Schoola kan deeman ta’a. ammati, barattooni kutaa 5th marti jaratu kan Unity advanced turan East system deemu.

Akkasumas barattooni Crescent Park/Lincoln Elementary, kan north Stone Park Boulevard jiraatan, North kan deeman ta’a, wayta kunniin West deeman. Karoori kunis wagga muraasa dhufu kana kan itii fufu ta’a August irraa jalqabe.

Related Content