A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Namni kamuu umrii 65 fi isaa ol ta’an Iowa dabalatee talaali corona virus kan kennamu ta’a. February

Oromo News 1/21/21

Namni kamuu umrii 65 fi isaa ol ta’an Iowa dabalatee talaali corona virus kan kennamu ta’a. February 1 kan jalqabuudha. Governor Kim Reynolds akka jetteti jiraattota Iowa 530,000 ol ta’aniif talaalin lamaffaa kan kennamu ta’a.

Talaalin lamaffaa kan jalqaba kennamu hojattoota, first responders fi barsiisota kan kennamuudha. Garuu akka Reynolds jetteti talaalin kun jiraattota maraaf hanga silaa hin qophooyne.

Governor akka jetteti mana nyaata fi dhugaati Cares Act haarawa akka baname himte. Qophiin doolara million 40 godhame qarqaarsa $25,000 argatani jiru.

Iowa senate keessati wae dhukkuba kan dhihaate yeroo dhukuba kana keessati manni barumsaa barumsa dhaqqani qaaman akka baratan filatan.

President state kan barumsaa Iowa akka jedhetti akka corona virus akka hin baayanef barattoota muraasa dirqu jirani.

Iowa Attorney waliigala akka jedhetti scam artist advantage baaye Covid-19 irraa akka fudhatani fi haala qilleensa August keessati Sate dhahe waliin.

Wayta 2020 waliin dorgomsiisinu parsanti 24% kan taruudha waliigalati 4,000 oliin tara.

Hayxuu mana fincanii fi haguugi fuula dabalatee projectii fayyaa keessati dabalee akka gatiin ol kae dubatan. Dabalataan, warraa dalaydoota disaster repair t’an walin.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content