A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Namni dabalataa Woodbury County keeesati sababa covid-19 kan due yoo tau waliigalatti namni due 63

  Namni dabalataa Woodbury County keeesati sababa covid-19 kan due yoo tau waliigalatti namni due 63 gaheera.

Akka state waliigalaati, akkaata gabaasa waliigala mana fayyaa Iowa tti namni 19 dabalataan du’uu gabaasan.

Woodbury County keessatti namni haarawa qabame 30 dha, akka state guututi seaati 24 keessati namni qabame nama 500 ol dha.

Kuni Kanaan osoo jiru , Dakota County keessati 5 haarawa akka qabame  gabaafame. Waliigalatti Dakota County keessati namni due 43 gaheera.

College Sioux City keesati barattooni dhukubaan qabamuu waan baayacha deema jiruuf barumsa gara hybrid tti bor irraa jalqabe akka jalqaban gabaafame.

College Morningside akka torbaan tarte keessati barattooni 43 akka dhukuba Kanaan qabaman gabaafame. Barattooni 70 kan kalaahan ammo adda baafamani kan jiran yoo tau barattooni 150 bakka adda baafamani taau jiru. Durabuaan College Morningside akka jedheti barattoota email irrati message erageeti barumsa fuula taa’ani baratan martuu daree keessati qixxee isaa qofa akka tae hime.

Morningside gabaasani dabalataa haga baafamuti hybrid akka turuu himame.

College barattooni harka 12 ta’an kan hin eeebifamin haarawa kan qabuudha. Jia kana jalqaba irrati, Morningside qorannoo Test Iowa jalqabe ture.

Filatamtooni persidantiidhaf filataman lamaan ammaaf  lachuu walqixa deemu jiran filannoo November tiif.

Akkaata amma registration Des Moines mulisuti filannoo Iowa kessati peresdantin Donald Trump fi Joe Biden 47% walqixa deemu jiru.

Waldorgomtooni lamaan torbaan tarte keesa haala ittiin wal morman dabalanii jiru. president Tramp Iowa ti filannoo bara 2016 hin jifate ture.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content