A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Manni fayyaa Sioux land guyyaa Jimaata sababa covid-19 namni dabalatan du’uu himan

Manni fayyaa Sioux land guyyaa Jimaata sababa covid-19 namni dabalatan du’uu himan.  Waliigalatti magaala Woodbury county keessati namni du’e 26. Duuti magaala Sioux City nannawa metro dabalaa dhuffe waliigalatii nama 41 gahee jira.

Akkasumas manni fayyaa Sioux land akka himetti, magaala Woodbury county keessati namni haarawa qabame 43 yoo ta’u, waliigalati kaa qabame nama 2,400 ol ta’eera. Magaala Dakota County namni haarawa qabame 6 yoo ta’u waliigalatti nama 1,600 gaheera. Guyyaa laman darban kanaa Dakota county keessati duuti hin galmooyne.

Akka oduu conference guyya kannati, manni fayyaa Sioux land namni qoranno godhee virus qabachuf laluuf magaala Woodbury county keessati baay’e gad bu’aa jirraachu himan. Garuu eegumsi manneen biisnassii irrati seeri jalaa demaan hin ka’a jechuu miti.

Har’a TestIowa kan magaala sioux city keessati argamuuf guyya dhumati, garuu qoranno yoo fetaan karaa community health center ituuma fufaa.

Bakka bu’aan kuta Chris Hall Test Iowa kan magaala Sioux City keessati argamu cufamuu isaaratti yaada kenne.

Seera baasan magaala Sioux City aka jedhe bakka bu’aan kutaa maalif bakka qoranno akka cufe beeku hin dandeene. Chris akka jedhee Governor Kim Reynolds ummata tuffachudhan akkasuma kominitiiy keessatti dhukuba umaata kana bay’ee midhaa jiruu lash bayee godhan. Akkasumas bu’aa TestIowa kunni ummataafi manna fayyaa ttif kennaa jiruu yaalin isaan godhan hin dabalamne jedhen. Qorannoo godhameefi baasiin bahe iftoomina qabaame galu qaba jedhan.

Manni fayyaa Sioux land akka jedhetti qorannoo magaala Woodbury county keessa jiranitti akka bohaaran hime.

akkasumas, MercyOne fi United Point health-St. Luke’s nama 90 kaa COVID-19 qabame akka tajaajila jiran himan. Kunis nama 9 dabalate waan guyyaa kanna duraa irra.

Babal’ina virus hir’isuf wanni godhame baasi ikonomii irratti kan mul’isu hojii dhabduma April keessatti 10.2% guddatee jira. hojattoota misooma Iowa guyyaa Jimaata akka himanitti hojii dhabiinsi March keessa 3.3% ol gudate sanbooda April keessa harka sodihiin dabale.

Wagga darbe hoji dhabduman Iowa kessati 2.7% ture.

Hojii dhabdummaan biyyoota April keessa 14.7% ture.

Akkasumas hojii dhabduman magaala Nebraska keesati April 8.3% ture. Akka biyyaatti harka xiqaan sadafa irra jira.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content