A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Manni fayyaa Sioux land akka gabaasseti magaala Woodbury County keessati guyyaa qibxataa namni tokko

Manni fayyaa Sioux land akka gabaasseti magaala Woodbury County keessati guyyaa qibxataa namni tokko corona virus qabamuu himan, waliigalatti namni qabame 3,360 gaheera.

Lakoofsi nama due 44 dha.

Kutaa Iowa se’aati 24 keessati, namni 400 oltuu kan qabame yoo ta’u, waliigalatti namni qabame 35,800 oli gaheera.

Akka website state coronavirus tti, namni qixee oli baayinnan qabame nama umrii 18-40 keessa kan jiruudha. Namni waliigalatti du’e 756 keessa namni 401 kan long-term care facilities keessa jiraniidha.

Harki baayen corona virus qabame nama umrii 18-40 jiruudha.

Eegan auditors state akka jedhetti qorannoon Covid-19 kan program test Iowa result bahe akka waan maraa warra mana fayyaa department Iowa akka hin himin gabaasan.

Osoo data ka state Hygienic lab irraa dhufu gara biraa hin deemin awwalatti bakka lama kaampanidhan dhuunfa bira dhaqaa, kaampani kunis state waliin malatteese galcheedha.

Seeri state gabaasa hundaa akka deparmenti mana fayyaa akka gabaasu qaban hime fi waan jirru hundaa qajellaa kennuu yoo baatan hannaaf akka nama saaxilu himan.

Deparmenti maalif Test Iowa reporti adda ykn data warraa birra irra adda jiruu akka kenna hin jenne, Akka gabaasatti.

Qorannoo university Iowa keessati godhama kan jiruu jalqabatte kan yaadame caala hojii dhabdummaa sababa dhukubaa akka guddatee jiru himan.

Homaa dalagaa jiraachu baatanis namni kumaatamaan lakkaawaman akka hin itti hin lakkaahamin himan.

Akkasumas, dargaggeessafi namni guddaan umrii 16-24 kan jiran sababa dalagaa dhabuura rakkoo guudaa keessa akka jiran himan.

Gareedhan biraa dhiibba kan uuman, kan akka hojjata galii xiqqaa qabu, kan akka hispanikaa fi hojjattoota guaracha.

Manni fayyaa South Dakota akka jedhetti babalinna dhukkuba kana hawaassa keessati homaa hin argine erga ummani baayen ayyaana Independence Day kabajuuf erga wal gahan boodale.

Gov, Kristi Noem babalinna dhukuba arguu baannun torbaan kana keessa akka ummani wal  gaahanni jiruu ofii duritti debi’aan gorsitii.

Isiin ayyaana kabajuuf jechaa daawi ibidda qabsiisu goote osoo ummatta dhukuba kanaraa hin eegnee. Akkasumas osoo addaan fageenya hin eegatinn mount Rushmore July 3 qopheesite turte.

Magaalan South Dakota April jalqabe yeroo jalqabaatif guyyaa keessati namni 25 COVID-19 qabamuu yerroo jalqabaatif akka xiqqaa ta’e himan. Waliigalatti namni qabaame 7,524 yoo ta’u, 109 du’eera. Union County keessati namni qabame 156 yoo ta’u kan du’emmoo 1 dha.

Magaalan Nebraska keessati namni waliigalatti du’e 288 yoo ta’u, waliigalatti kan qabame ammo 21,400 nama haarawa dabalataan qabame sadi dabalate, Dakota County keessati 1,822 yoo ta’u kan du’emmoo 39 dha.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content