A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Manni fayyaa Iowa akka himeti namni coronavirus qabame bakka kampani fooni birraa keessatti akka

Manni fayyaa Iowa akka himeti namni coronavirus qabame bakka kampani fooni birraa keessatti akka guddan argaman himan, akkasumas magaala sanii namani du’e 500 gaheera.

Manni fayyaa Iowa akaa jedhetti hojjatoota kampani booyye Tyson kan Storm Lake keessatti argamu nama 2,500 goranoo godhamaan keessa hojattooni 555 coronavirus qabamu gabaasan.

Akkasumas, barreesa qonnaan bultoota akka himeti bineensota jaraa ajeesuf kan dirqamsise fooni booye qopheesuf akka ta’an himan. Oddefanno Iowa state university akka muldhisuutti booyyeedhan 600,000 oltu oorruu iowa keesa jira.

Magaala Dakota fi Woodbury County guyyaa kamsa duuti haarawni akka hin jirre himan. Namni haarawa magaala Woodbury county keessatti coronavirus qabame 23 yoo ta’u waliigalatti 2,700 gaheera. Magaala Dakota County keesati harooyni namni qabame 2 yoo ta’u waliigalati 1,600 tareera. Magaala Union county keessati namni qabame 88 gaheera.

Har’a manni dhugati state keessa magaala Woodbury county dabalate 50% banameera. Departmentin polisaa magaala Sioux City akka jedheti hagam walirra fageenya fi seera akkami akka qabaan hinbeynu jedhan. Haa ta’u malee seera bahee kan xuquu yoo ta’u seera hayyama isaani akka irra fudhatamu himan.

Dubbataan Sioux land public media akka jedheti yeroo gaari dabarsun rakko hin qabu garuu of eegu qaban jedhe.

Iowa workforce development akka gabaaseti hojatooni 14,600 hojii dhabdummaa torbaan tarte keesa guutameera. Kunii wantorbaan taree dura caala dabale. Wareen bayyinnan umani hoji dhabduma guutate kan akka oomisha, nama mana dalaga dhuunfa qabu fi daladoota mana fayyaa fa’a. Lakkofsi state Iowans hojidhabduma guutataniiif torbaan tarte keessa nama 180,000 argachuu hindandeene.

Magaala Nebraska keessati namni torbaan tarte hojii dhabdumma guutate nama 5,900 dha. Kunis kan turban tarteen walfakkaata. Kunis magaala Nebraska keesati March qixxee asi namni guutate 129,000 gaheera.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content