A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Manni fayyaa deparmenti Iowa sababa COVID-19 se’aati 24 keessati jiraattonni Iowa 4 dabalataan du’uu

Manni fayyaa deparmenti Iowa sababa COVID-19 se’aati 24 keessati jiraattonni Iowa 4 dabalataan du’uu gabaassan, waliigalatti namni du’e 694 gaheera. Magaala Woodbury County keessati namni du’e 43 gaheera.

Kutaa Iowa keessatti namni haarawa dabalataan qabame 461 yoo ta’uu kunis waliigaltti 27,000 gaheera.

State akka gabaasseti jiraattoni Iowa 137 hospitaala kan jiran yoo ta’u nama 42 kan ICU jiruu dabalateeti. Facilitiin Sioux City lama nama 32 akka yaalaa jiran himan. kunis dhukubsattoota naanicha yaalamanii harka sadaffaadha.

Development kutaa Iowa workface akka gabaasseti torbaan tarte keessa namni hojii dhabdummaa guute nama 8,500 oli. Kunis torbaan isa duraa irraa gad xiqqaate.

Hojii dhabdummaa namni baayinnaan guutu hojattoota waarsha fi hojii dhunfaa qaban irraa akka ta’e akkuma itti fufe jira.

Jiraattoni Iowa 154,000 ta’an faayidaa hojii dhandummaa fayyadamu jiru.

Governor South Dakota Kristi Noem akka jetteti waggaa dhuftu manni barumsa yoo xiqqaati kutaa muraasa akka daree keessati godhaniif dhiibba godha jette.

Garuu school district akka murteesufi maal akka fakkattu jarra dhiiste.

Noem akka ummata gorsituttii ummanni akka amaalle lockdown ykn mana bahuu dhabuun hin uumamneef akka mala baafatu himte akkasumas infection kun akka hin babal’annneef akka irraa uf eegan himte.

Jiraattan magaala Sioux City tokko waa balleesudhan parki Sioux City Grandview keesati qabame. ganama kana, namicha bandshell irrati fakkii kaasun qabame officer reportiif deebi kennan. nama umrii 23 Esteven Avila parkii Sioux City keessatti kan dhokate argan. Hidhaa 3rd degriidhan kan hidhame yoo ta’u, kan qabameesaf meesha adda addaafi drug wajiini. Waan kanaa debi’aani ijaruuf, Seera polistoota irraa oduu tokko akka bahetti maalaqa hagamtuu akka barbaachisuf beeku hin dandeene sababa messha ulfaatafi qaali ta’eef. Seenan kun kan hundaa’e 1934. jechoonni gariin kan namnii badaan kunii irratti barreefames malattoowan kan akka “no hope” Abdii hinjiruu, “no future” fuulduri hinjiruu, fi “BLM” jireenyi Gurraacha egamuu qaba waan jedhuu fa’a ture.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content