A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Magaala Woodbury county keessatti guyyaa Kibxata sababa coronavirus nama 4 du’e jira

Magaala Woodbury county keessatti guyyaa Kibxata sababa coronavirus nama 4 du’e jira.

Manni fayyaa Sioux land du’aafi nama haarawa 314 coronavirus qabamu gabaase. Magaala Sioux city naanno metro tti namani hagga ammaa du’e nama 20 gahee jira. Magaala Dakota county namni haarawa tokko dabalame jira waliigalattii nama 3,400 ol Woodbury fi Dakota county keessatti gahee jira.

Kutaa Iowa erga dhukubni state seene booda akka balbal’ina dhukuba guyya guyyaan dabaluura akka biyyaati lamaffaa irra jirti. Manni fayyaa Iowa namni 18 du’ufi namni 539 coronavirus harowni qabamu gabaase.

Akka oduu conference guyyaatin, governor Kim Reynolds akka jetteti April keessa namni 300 ol coronavirus qabame kampani Nebraska packing plant walitti dhufenya nama qabuudha.

Governor Reynolds busneesaan kan hin banamin haga Harbaati akka banamu duubati dabarsite.

Manneeen nyaata magaala 77 keessa jiraan akka banamu May 1ffa irraa jalqabee 50% akka banamu hayyamte, haa ta’u malee kan akka manna dhugaati, rifensaa fi saloni harka milaa akka ima cufamu goote.

Reynolds ammas waraa mana fayyaa waliin akka keessa debite dhukuba kanaa qoratu himte.

Magaala Dakota county guyyaa Kibxata namni tokko dabalatan qabamufi waliigalatti namni coronavirus qabame 1,400 (1453) gahuu gabaasan. Magaala Sioux city naanowa metrotimo nama coronavirus qabame 3,400 taree jira.

Hojatonni fayyaa magaala Ida County keessati yeroo jalqabaatif namni covid-19 qabu argamu himan. Magaala Sioux land county keessati covid-19 kan dhuma mul’atin ture. Qindeessa manna fayyaa county akka ummani naanno maraa uf eeganno jalqaba akka godhu jajabeesan.

Kibxata torbaan 5 duraa bakka filannoo Wisconsin eega mormiin guddaan godhame booda irraa jalqabame Nebraska filanodhaf tookofa irraa ta’uu beekamte.

Bakki filonnoo guyyaa Kibxata bay’e caldhisee jiraa sababnii isaa hojattooni guyyaa filannoo Wiyxataa fi Kibxata akka xalayadhaan filaatan deddeebii jajabeessa gaafata turanif.

Magaala Dakota county keessatti bakka naannowa filannoo godhame irratti dorgomiin homtuu hin jiru turee garuu dorgomiin state kawaan keessa akka naannewati hinjiraature.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content