A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Magaala Woodbury County keessati namni har’a haarawa COVID-19 qabame 17 dha

Magaala Woodbury County keessati namni har’a haarawa COVID-19 qabame 17 dha. Waliigalatti namni qabame 3,112 yoo ta’u waliigalatti kan due ammoo 43 dha. Iowa keessati namni haarawa qabame kara 500 yoo ta’u waliigalatti kan due ammo 701 dha.

Akka oduu conference har’aati dura bu’aan mana fayyaa Sioux land akka jedhetti, lakkofsa kanaaf baaye akka itti dhagahamee fi akka umanni haguugi fulaa ittumaa fufee godhatuu gorsaa.

Greime akka jedhetti naaf gala maaliif hojii baaye akka banaamuti hin jiree fi umaaniis maalif akka banuu fudhaan itti fufee hin hubadha jedhe. Garuu, wanna hojanuu fayyaa nama kan eegu safaraan hojachuufi wanna dhukuba babal’isu akka hin hojanne barbaanna jedhe.

Greime akkasumas haasawa deparmenti mana barumsa Iowa haguugi fuula barattoottaaf, barsiisotaafi mana barumsaa k-12 kan jira malif barbaachisa akka hin taane gaafatan.

Greime alaaban diiman muraasni akka isaaf uumame hime. amma Greime akka jedheti manni fayyaa Sioux land haguugi fuula, addaan faggeenyaafi seera biraa irratti akka district naannowa wajjiin hojachuu akka itti fufan hime. Akka jedheti deparmentin waan community dhaaf gaari ta’e akka hojattu garuu kan seeran alaati miti kaa hojanuu jedhe.

Community school district kan magaala Sioux City “ Return to Learn”  ykn Deebi’uu gara Barachuu irrati akka bakka mana barumsaa marattuu haguugi fuula fayyadaman gorsan, garuu akkamatti akka irrati hojatamuu hagammaa hin ibsamne. distictin mana barumsa barumsatti August 24 kan deebi’u ta’a. 

Warri hojattoota sadihii kan Tyson food plant kan Iowa keessa dalagan osoo dalaganii sababa corona virus kan du’an warri jaraa kaampaanicha kasasuu jirani. Kaampaanichi kijibaan hojattoota akka dalagaa irra turan godhee jira jedhan.akka manni murtii jedheti vayrasiin kan babal’atee waterloo pork keessati kara march dhumaa April jalqabaati garuu odeefannoo hojattoota fi ummata irraa dhooysani. Dhukubichi wayta guddataa deemu, akka himatamanitti kaampaanin odeefanno kijibaa waa’e safety ummata irraa kenne akkasumas hojattooni osoo dhukubu akka bakka hojii isaani dhabattani irraa akka hojatan taasise fi umatati dalaydoota keena eega jirra jedhani himani.

Briar Cliff University fall seemisteera Aug.24 jalqabuu karoorfate, sagantaa haarawa elementii online haarawa qaban wajiin. Guyyaa jimaata kan ufkeessa hin qabne fi barattoota kan barbaadu yoo ta’u akkasumas hojattooni college akka haguugi fuula uffatan barbaadda.

Guyyaa jimaata kan gad dhiifame, durabu’aan BCU Rachelle Karstens jijiirana haarawa bara 2020-21 akka mullisan hime, kutaan barumsaa marayuu namaa xiqaa akka qabachuu guddisan akkasuma barattootaafi faculty ykn barsisoota fi dalydoota isaani akka corona virus hin babal’anne qarqaara.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content