A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Magaala Dakota county dhukubni coronavirus baay’e dabalaa jira

Magaala Dakota county dhukubni coronavirus baay’e dabalaa jira.

Manni fayyaa akka gabaaseti Dakota county keessatti namni haarawa coronavirus qabame 361 yoo ta’u, waliigalti 1,400 gahee jira.

Lakkoofsi kunis kan dhufe erga hojjatota kampani Tyson ka Dakota City kessati argamu qoratan boodaadha.

Magaala Sioux city naannowa metrotti namni du’e 7 gahee jira.

Magaala Woodbury county keessatti namni coronavirus qabame 1,500 taree jira.

Kunis coronavirusin kan state Iowa keessati qabame nama 11,500 keessa harka 13% oliidha. Guyyaa Jimaata nama du’ee baay’ee yoo ta’u waliigalatti namni du’e Iowa keessati 243 gahee jira.

(Ammara jalqabe manni fayyaa Dakota County odeefano virus kan gad dhiftu guyaa Wiyxata, Harbaa fi Jum’aa sa’aati booda qofaadha.)

Itti gaafataman seeraa mana fayyaa akka jedhetti kutaa Iowa magaala Woodbury keessatti hark 2 keesa harka 1 akka qoranno godhan murtesan.

Guyyaa Jimaata oduu conference irratti manni fayyaa Sioux land akka jedhe jiraatota harka 26 keesa harki tokko qoratamuun himan.

(Magaala Woodbury county qorannoodhan state irra 4th jirti namni 4,900 qorano godhani jiru.

Qorannoo maraa keessati harki 3ffaa virus qabachu himan.)

Ittii gaafatamtonni naanicha dhukubsatootaf malattoo akkami akka mul’atu gorsa kenenifu jiru. Namootin malatoowan xixiqa kan akka dhukubi mataa, dhukubi qamaa fi dhukubi qonqoo yoo kan arganii mana taa’uu akka qaban himan.

Itti aanan man fayyaa Sioux land akka jedheti dhukubsatoni garii qarqaarsa haakima kan argatan herga yeroo dheeraf eegattan bodaa jedhan.

Warren oduu himan maalif namni yeroo baay’ee eega gargaarsa fayya argachuf jedhani argachuu hindandenee, akkasumaas kanaf virus babal’atta wayta gaafatan waan nama himuun seeraan ala jedhani didani.

Long-term facilities kan magaala Woodbury county keessati argamu ammati rakkini hin jiruu akka magaalawan birooti jedhan.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content