A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Magaala Buena Vista keessatti namni covid-19 qabama olbay’atte guyyaa Kibxata 400 ol taa’u himan

Magaala Buena Vista keessatti namni covid-19 qabama olbay’atte guyyaa Kibxata 400 ol taa’u himan, lakkofsi kunis akka state lakkofsa guddaa ta’u dubatan.

Tyson hojjatoota isaa kan foon booye fi foon lukku kan storm Lake keessati argamu qorachaa jiraachu isaani himan.

Akka media Siouxland haasawa godhaniti kampanichi wayta  qorannoon sute akka manna fayyaatti himan dubatan.

Magaala sioux city naannawa metrotti namni 5 dabalan du’uu himan. Namni 3 magaala Woodbury country, 2 amoo Dakota country ta’uu himame. Waliigalatii namni du’e 56 gaheera.

State Iowa guututi nama 495 du’uu fi nama 18,300 qabaman gahuu isaa harbaa se’ati booda gabaafamera.

Manni fayyaa South Dakota akka gabaaseti namni 4 dabalataan duu’u fi namni 57 haarawa covid-19 qabamuu gabaase. 

Du’a haarawa waliin South Dakota keesati namni du’e 54 gaheera. state keesati namni waliigalati qabame 4,700 taruu himan.

Hard Rock Hotel fi Casino akka yadannitti Kibxata June 2 sa’ati 9am akka banamu himan.

Akka oduu har’a gad dhiifameti casino sadarkaadhan banu, awalla taba tapheezaara banu, valet fi buffet banuuf hergarii karoorfateera.

Akkasumas, yeroon hojiis nii gabaabatta, wiyxata iraa hanga Jum’a sa’ati 7 a.m hanga 3 a.m kan hojatuudha.  sanbanta guddaa lamaan se’ati 24 hojattuu. akkasumas quyyaa ayyaana sa’atti nijijjiramaa.

Odoo casino osoo hin seenin namuu hoo’i isaa kan laalamuudha fi ammaa amma qulqullefamaa. hojatooni ummata waliin dalagan haguugi fuula niffayadamu akkasumas maamiltooni akka haguugi fuula fayyadaman himan.

Tabni Nebraska fi komishi bohaarti hanga June 15 tti cabins, longes fi sochiin gurmiin cufamuura jira. Durabu’aan akka himetti bakki hojattootaa fi maamiltotaa akka bakka qulqullufi nagaaya ta’u barbaane. Seeri dabalata hanga bahutti bakkeen tabaa fi bakken nayaata hincufama.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content