A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Kutaan Iowa namni haarawni 7 sababa COVID-19 du’uu gabaasan

Kutaan Iowa namni haarawni 7 sababa COVID-19 du’uu gabaasan. Namni haarawa qabame nama 400 oli, magaala Woodbury County keessati nama 9 haarawa dabalatee waliigalati namni qabame 3,261 yoo ta’u, kan duemmoo 44 dha. Akka state waliigalatti namni virsichaan qabame 32,300 ol yoo ta’u kan du’emmoo 732 dha.

Dakota County keessatinamni waliigala kan qabame 1,800 dha erga har’a namni haarawa 3 dabalamee booda.

Nebraska keessati waliigalatti namni qabame 20,100 yoo ta’u. duttimmoo 282 dha.

South Dakota keessati namni haarawa qabame 79 yoo, ta’u namni waliigalatti due 98dha. Union County waliigalatti nama 137 qabamuu gabaaste. Lincoln County immoo 371 qabamuu himte.

Governor South Dakota Kristi Noem seera torbaan jalqaba dhukubichi mulattee murteessite ammas seerabirraa irra deebite murteesite.

Noem’s qarqaarsa state emergency sababa Coronavirus akkuma itti fufsiiste jirti.

Ajajni haarawa kan Noem’s, driver’s licenses South Dakota, permits fi non-drives’ identification card hanga Dec.30 irra deebi’anii haaromsuun nidanda’ama. Galmeen guyyaa dhumaa kan konkolaachisa, mana waarsha fi jalbaa hanga August 1st qofaadha.

Namni haarawa politcaala Justin Wright kaleessa filannoo magaala Woodbury County kan District 2 state Lawmaker Tim Kacena moohatame.

Wright kan Republican fi North high barsiisa.

Result filannoo Wright harka 53% Kacena irraa kan fudhateedha, democraatifii dalagaa warra ibbida dalaguu kan ture innis amumma dalagaa isaa kan legislative Des Moinse keessatti dalaguu ture xumure.

Filattoota 9,000 oliifi harka 16% kan ta’an filannoo irrati hirmaatani jiru.

Filannoon Harki 90% warra waraqaa dura galchee qaaman dhufuu hin dandeenne ture kunis ajajaa Jermry Taylerif ture. Garuu Tayler filannoo kana irraa gan ufbuuse sababa isaas magaalan ala godaane.

Filannoon guyyaa kanaa baaye kanama walaalchisu ture, sababaan isaas ummani baayen bakka filannoo dhufan haata’u malee akka filannoo jalqaba karaa xalayaatin filatan dagatanii irra deebi’ani filatanii.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content