A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Kutaan Iowa kessatti akka dhukubni Covid-19 jalqabame booda

  

Oromo News 11/04/20

Kutaan Iowa kessatti akka dhukubni Covid-19 jalqabame booda yeroo jalqabaati guyaa har’aa seaati 24 keessati namni baaye qabamu himame, waliigalatti namni haarawa qabame 2800  yoo tau haarawa kan duemmoo 26 dha. Woodbury County keessati namni nama tokko kan due dabalatee waliggalati kan duemmoo 95 dha.

Woodbury County keessati namni bultiin 14 keessati kan qoratame parsantii 20% gaheera, akka state himuu jalqabeera baaye ol guddatee jira.

State guututi, doktorotaa fi administrator hospitala yoo dhukubni haala kanaa jijjiiramayoo hin qabaatin  yeroo kaluu kanatti hospital akka cinqu dandau gabaasani jiru. Baayinan dursee sababa dhukkubaa irraa hir’atee ture. Guyyaa  har’aa, hospitaali Sioux City dhukubsattoota Covid-19 qabaman 70 yaalu jiran. Guyyaa wiyxata 84 ture.

Democrtas akka jarri yaadanatti Iowa House reprentative jin jifachuuf waggaa kana ture garuu akka filannoon mullisutti repaplikaan ammas akka qabattee jirtuudha.

Dubbataan Repaplikaana Pat Grassley akka jedhetti barcumnii jaha akka kennamuuf hime, kunis 59 keessa 41 Iowa house kan kenamuudha. Democrats Sioux City lama barcuma Iowa keessa lama hin jifatanii jirani. Isaanis Chris Hall fi Steven Hansen. Repuplican Jacob Bossman waliin dorgomani turan. Fi Chad Sheehan sheriff Woodbury County kan tauudha yoo Sheriff Dave Drew xurataa bahe booda.

Woodbury County keessati repaplikani bordi Supervisor keessati barcuma argatanii jiru. Ajajaa kana irra kan jiran Keith Rading fi Rocky De Witt dha. Kunis January board martuu ripuplikaana kan baayatu ta’a.

Auditor Woodbury County Pat Gill yeroo 7th dhaaf term office harka 52% hin jifatte jira. Dorgomaan Repuplikaani , Barbara Parker harka 47% argatee ture.

Filannoon kun attention baaye kan argateedha, erga daanyan eega filattoota lakkoofsa filanoo kan dura jiru erguu erga murteese booda.

Iowan record filannoo haarawa galmeesite. Ummatnni million 1.69 ol ta’an filatanii jiru, kunis filannoo 2012 kan harka 100,000 taruudha.

Filattooni Nebraska illee record filannoo haarawa galmeesani jiru namni 74% gamaahani jiru.

GalatoomaJ

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content